-
Afrikaa

Mootummaan Jibuutii waliigaltee Kiraa Buufata Doonii Emreet waliin qabu kan haqe tahuu beeksise
Mootummaan Jibuutii buufata Doonii magaalaa Jibuutii cinatti argamu kan Doraleh jedhamu Kaampaanii Emreetiif Kiraa waggaa soddomaa kan mallatteessee ture yoo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Waraanni Makkalaakayaa hooggantoota paartii Kongrasii Federaalistii Oromoo ugguruun gabaafame
Dr Mararaa Guddinaa fi Obbo Baqqalaa Garbaa dabalatee hoggantoonni Paartii KFO dhiheenya kana mana hidhaatii bahan, gara magaalaa Naqmtee imalaa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Karoora Ameerikaan Imbaasii isii Teelaviiv irraa gara ALQUDSItti jijjiiruuf baafte Bulchiinsi Falasxiin balaaleffate
Ameerikaan Imbasii isii Teelaviiv irraa gara ALQUDSItti Ji’a Caamsaa dhufuu keessaa jijjiiruuf karoora baasuu isii hordofuun, bulchiinsi Falasxiin cimsee kan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ummanni keenya kan Harargee bahaa Ustaaz Ahmaddiin Jabaliif makiinaa gumachaan.
Ummanni keenya kan Harargee bahaa Ustaaza keenya Jaalatama Ustaaz Ahmaddiin Jabaliif Makiinaa gumachaan. Rabbiin hojii Kheyriii kana Isaan irraa haa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Mootummaan Ameerikaa Embasii isaa waggaa kana ji’a caamsaa keessa gara magaalaa Al-QUDS kan jijjiiru tahuu ibsame.
Qondaalli mootummaa Ameerikaa tokko, mootummaan Ameerikaa Imbaasii isaa kan magaalaa Teelaviiviitti argamu bara kana ji’a caamsaa keessa gara magaalaa Al-QUDSIITTI…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Haleellaa Xiyyaara mootummaa Suuriyaatiin namoonnii 400 ol ajjeefaman
Haleellaa Xiyyaari waraanaa mootummaa Suuriyaa, waraana Raashiyaatiin deeggaramuun naannawa Guutaa Bahaa keessaatti Alhada dabre irraa jalqabee raawwataa jiruun, yoo xiqqaate…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Bulchiinsi magaalaa Amboo Komaand postiin magaalaa akka hin seenne dhoorge
Guyyaa labsiin yeroo muddamaa labsame irraa kaase komaand postiin magaalaa Amboo seenuuf yaalii kan godhaa ture yoo tahu, kantiibaan magaalaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Miseensonni Koree hidhaarraa hiikaman, lammiilee naannoo Somaaleerraa buqqifaman Ziyaaran
Koreen Furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa dhiheenya hidhaa irraa bahan lammiilee Oromoo naannoo Soomalee irraa buqa’uun kolleejjii Rift valley kan magaalaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Mootummaan qajeelfama haala raawwii labsii yeroo muudamaa kan baase tahuu beeksise
Jimaata darbe manni Maree ministeerota labsii yeroo muudama labsuun ni yaadatama. kanuma hordofuun guyyaa har’aa qajeelfamni labsiin yeroo muuddama kun…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Qubsuma lammiilee buqqifamanii ijaaruuf ulamaa’onni dhagaa bu’uraa kaahan.
Ulamaa’onni keenya iddoo lammiileen Oromoo naannoo Soomalee irraa buqqa’an itti qubsiisuuf karoorfame irratti dhakaa bu’uuraa kaahan. Lammiilee keenya kan naannoo…
Guutuu Dubbisi »










