-
Eeshiyaa

Mootummaan Kuweet labsii yeroo dhiifamaa batii 2 itti dabale.
Kuweet lammiileen biyya alaa hayyama jireenyaa hin qabne akka biyya isiitii bahan yeroo kennamee turee ji’a lamaan kan dheerate tahuu…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Xiyyaarri iiraan tokko kufee namoonni 66 du’uun beekame.
Xiyyaarri iiraan hojjattoota Xiyyaarichaa dabalatee namoota 66 fe’ee Alhada kaleessaa magaalaa Tehraan irraa gara magaalaa Yasuj balali’aa ture kufuudhaan, namoonni…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

waraanni Isra’eel Gaazaa keessatti haleellaa xayyaaraatiin ijoollee lama ajjeese.
Xayyaari waraana Isra’eel haleellaa Halkan dheengaddaa magaalaa Gaazaa gama Kibbaa keessatti raawwateen lubbuu ijoollee lamaa kan galaafate tahuu ministeerri fayyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Imbaasiin Ameerikaa kan Finfinnetti argamu labsii yeroo muddamaa balaaleffate.
Imbaasiin Ameerikaa Finfinnetti argamu ibsa har’a baaseen akka jedhetti “Mootummaan Ityoophiyaa mirga Bu’uuraa kan akka walgahii gaggeeysuu fi yaada ofii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Labsiin yeroo Muddamaa ji’a jahaaf kan turu tahuun ibsame
Labsiin yeroo muddammaa Jum’aa kaleessaa labsame Ji’oota jahaniif guutuu biyyattiitti hujii irra kan oolu tahuu Ministeerri ittisa biyyaa Obbo Siraaj…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Mootummaan Ityoophiyaa Labsii yeroo muddamaa haaraya labse
Dhaabni biyyattii bulchaa jiru eega Prezdant Haylamaariyaam aangoo lakkisuuf xalayaa galfatee booda, labsii yeroo muddamaa labsuu isaa EBC’n gabaase. Labsiin…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Gaafii muummichi ministeeraa dhiheesse irratti Dr.Nagarii Leencoo ibsa kenne.
Ministeera dhimmoota Komunikeeshiinii Mootummaa kan tahe Obbo Nagarii Leencoo, Gaafiin mummichi ministeeraa Obbo Haylamariyam Dassaleny hojjii gad lakkisuuf dhiheesse gaaffii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Muummichi ministeera Itoophiyaa Hayilamaariyam Dassaaleny Taayitaa gadlakkisuuf xalayaa galfate
Obbo Hayilamaariyaaam gama Televiziyoona Itoophiyaatiin ibsa kenneen akka jedhetti gaaffiin taayitaa gaddi lakkisuuf dhaabbata isaatii fi ADWUI’n fudhatama akka argatee…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Prezdaantiin Afrikaa Kibbaa Jaakob Zuumaa taayitaa gadlakkise
Prezdaant Zuumaan qorannoo malaamaltummaa isarratti gaggeeffamaa jiruun walqabatee, paartiin isaa kan African National Congress(ANC) jedhamu dhiibbaa cimaa kan irratti godhaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Miseensonni Koree Furmaata Barbaadduu Hawaasa Muslimaa Hidhaarraa Hiikaman
Alhamdulillaah Ustaaz Ahmaddiin Jabal, Ustaaz Ahmad Musxafaa, Ustaaz Muhammad Abaatafii, Khaaliid Ibraahiim. guyyaa har’aa hidhaarraa hiikamaniiru. Aalimni guddaan Godina Booranaa…
Guutuu Dubbisi »










