-
Boohartii

Halkan Dheerate: Kutaa 1ffaa
Addunyaan tun addunyaa waaniin isii namaa hin galle. addunyama tana keessa sooressi duniyaa waan godhu wollaales jira. addunyama tana keessa…
Guutuu Dubbisi » -
Boohartii

Intala Ulfaa Takka Garaa Baqaysanii Daa’ima Garaa Dhaban.
Dubbiin akkana: Dubartiin tun Amber hughes jedhamti. haadha ijoollee afuriiti. dubartiin umriin isii 21 taate tun July 2015 yeree isiin…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Turkiyaan Xiyyaarri waraanaa Suuriyaa keessatti jalaa kufuu beeksifte
Xiyyaarri waraana Turkiyaa Suuriyaa naannawa magaalaa Afriin keessatti kan kufe tahuu prezdaant Rajab Xayyib Erdogaan beeksise. Prezdaant Erdogaan Sabtii har’aa…
Guutuu Dubbisi » -
Boohartii

Bineensota Soorata Malee Yeroo Dheeraa turuu dandahan.
Tana Quba Qabduu? Raacha Waqtii ganni galu dachiin Roobaan jiitee, biqiltoonni gosa hedduu biqiluu eegalu. Ilbiisonniifi lubbuqabeeyyiinis wayta kana…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Miseensonni Koree Furmaata Barbaadduu Hawaasa Muslimaa Sanada kijibaa irratti mallatteessuu didan.
Ustaaz Ahmaddiin Jabal dabalatee miseensonni Koree furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa afran mana hidhaa keessatti hafan, sanada dhiifamaa mootummaan akka irratti…
Guutuu Dubbisi » -
NHTV

Uumama lafa bishaan jalaa keessa jiraatu.
Bineensi Kun Sand Strike ykn Bobbit worm Jedhama. Garboota gurguddoo Jalatti boolla qotee jiraata.
Guutuu Dubbisi » -
NHTV

Ilbiisota hammeenya guddaa qaban
Addunyaan tun uumama garagraatiin badhaatee jirti. Gariin isaanii faaydaa qabu. Gariin ammoo faaydaa nuuf hin mullanneen cinatti miidhaa hamaa qabu.…
Guutuu Dubbisi » -
NHTV

OCTOPUS/OKTOPAS
[youtube https://www.youtube.com/watch?v=_xUKTCmFXyg?rel=0&showinfo=0&w=560&h=315]
Guutuu Dubbisi » -
NHTV

Qurxummii Magaazii
Qurxummiin kun “Saw-fish” jedhama. Qajeelatti yoo gara afaan Oromootti hiiknu “Qurxummii Magaazii”jechuudha. Maal jechuudha? Gaafii jettu gaafachuun keessan hin oolu.…
Guutuu Dubbisi » -
NHTV

Taarziyaar: Bineensa Hin Limsanne
Taarziyar bineensa xiqqoo halkan halkan qofa sochootuudha. Kan argamtus bosona Eshiyaa kibba lixaatti. Bineensi tun ganaa namaa kan hin caalle…
Guutuu Dubbisi »










