-
Og-Barruu

-
Eeshiyaa

Mootummaan Miyanmaar Muslimoota Rohingiyaa beelaan kan dararaa jiru tahuun gabaafame
Mootummaan Miyanmaar kutaa Rakhaayin keessatti Muslimoota Rohingiyaa biyyattii keessatti hafan beelaan kan dararaa jiru tahuu, dhaabbanni mirga namoomaatiif falmu Amnesty…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Abbaan Alangaa Federaalaa namoonni 746 mana hidhaatii akka lakkifaman kan murtaaye tahuu beeksise.
Namoonni gaaffii mirga amantaa fi yakka adda addaatiin itti murtaa’ee mana hidhaa Federaalaa keessa jiran 417 ‘dhiifamaan’ akka gad-dhiifaman kan…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Haleellaa Mootummaan Suuriyaa naannawa finciltoonni too’atan keessatti raawwateen namoonni 200 ol ajjeefaman.
Mootummaan Suuriyaa fi waraanni Raashiyaa aannawa finciltoonni too’atan keessatti haleellaa Xayyaara waraanaatiin raawwataa jiraniin, guyyoota Afran dabran keessatti qofa yoo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Mujiib Amiinoo Gurraandhala 22/2010f beellamame
Obboleessi keenya kan muslimoota Galmee Eliyaas Khadiir jalatti himataman irratti ragaa dharaa akka bahu gaafatamee diduu isaatii fi akkasumas koree…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Barattoonni Kolleejjii Awwaliyaa kafaltii humnaa olii gaafatamne jedhan.
Koleejjiin Awwaliyaa waggoota 13f barnoota Afaan Arabaatiin dubartoota simatee barsiisummaan kan leenjisaa ture yoo tahu, dhiheenyia kana bulchiinsi Majliisni ahbaash…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Miseensonni Koree Furmaata barbaadduu Hawaasa Muslimaa Mana murtii oliyyanaatti dhihaatan
Ustaaz Ahmaddiin Jabal dabalaatee miseensonni koree furmaata barbaaduu hawasa muslimaa mana hidhaatti hafan afran ganama hardhaa mana murtii Federaalaatti dhihaachuun…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Huseen Roobaa Aakhirame.
Innaalillaahii Wa’innaa Ileeyhi Raaji’uun!! Obboleessi Muslimaa Galmee Aman Asaffaa jalatti yakkamee hidhamee ture Huseen Roobaa Aakirame. Huseen Roobaa galmee Amaan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Miseensonni koree hawaasa Muslimaa hidhaa irra jiran guyyaa boruu ol iyyannoof mana Murtii Federaalaatti kan dhiyaatan tahuun beekame
Itti gaafatamaa Subqunnamtii koree furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa kan ta’e Ustaaz Ahmaddiin Jabal dabalatee, bakka bu’oonni hawaasa muslimaa galmee Ustaaz…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Isra’eel baqattoota lammii Afrikaa gara Ruwaandaatti darbuudhaaf sochii eeggalte
Isra’eel baqattoota lammii Afrikaa 40,000 ta’an guyyoota 60 keessatti gara Ruwaandaatti akka imalan yookaan ammoo hidhaan akka isaan eeggatu akeekkachiisa…
Guutuu Dubbisi »










