-
Tana Quba Qabduu

Riqicha Daawwitii irraa hojjatamerra qaxxaamurtuu?
Akkuma beekamu riqichi sibiilaafii dhakaa jajjabaan ijaarama. Ummanni baadiyaatis wayta riqicha ijaarratu, jirma gurguddaa humna jabaa qabu walitti hidhee ittiin…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Faawundeeshiniin Dubartoota Rufeydaa Barattoota 168 sadarkaa Dippilomaan Eebbisise
Faawundeeshiniin Dubartoota Rufeydaa barattoota 168 kanneen damee barnoota “Islamic study” jedhuun waggaa lamaaf barsiisaa ture, sadarkaa dippilomaan eebbisiise. Sagantaan eebbaa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Arba
Arbi hoosiftoota dachii tanarra jiraatan keessaa isa guddaa dha. Addunyaa kanarra sanyiin Arbaa lamatu argama. Isaanis Arba Eeshiyaa fi Arba…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Hoggantoonni Waraana Suudaan Muummicha Ministeeraa aangoo irraa fonqolchanii turan deebisuu beeksisan
Waraanni Suudaan Jeneraal Abdul Fattaah Al Burhaaniin hoogganamu ji’a dabre fonqolcha mootummaa raawwateen, Muummicha Ministeera biyyattii Abdallaah Hamdook dabalatee hoggantoota…
Guutuu Dubbisi »










