header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Faawundeeshiniin Dubartoota Rufeydaa Barattoota 168 sadarkaa Dippilomaan Eebbisise

Faawundeeshiniin Dubartoota Rufeydaa barattoota  168 kanneen damee barnoota “Islamic study” jedhuun waggaa lamaaf barsiisaa ture, sadarkaa dippilomaan eebbisiise.

Sagantaan eebbaa kun dilbaata dabre galma Yuunivarsiitii Arsii kan magaalaa Asallaatti argamutti kan geggeeffame yoo ta’u, ulamoonni gurguddoon, hayyoonni, keysummoonni iddoo garagaraa irraa affeeramanii fi akkasumas maatiin barattootaa argamanii jiru.

Keeysummoota argaman jidduu:

Sheikh Amiin Ibroo, Ustaaz Xaalibuu Ridallaah, Ustaaz Jamaal Aliyyii, Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa, Dr Muhammad Saalih, Dr Muhammad Kamaal, Sheikh Jamaal Baddeessaa fi keeysummoonni biroo hedduun argamuu odeeyfannoon ni addeessa.

Faawundeeshiniin Dubartoota Rufeydaa barnoota diinii barsiisuun alattis, hojiiwwan tola oltummaa garagaraa irratti boobbaa’uun tajaajila kennaa jira.

8 Comments

  1. Assalamu Alaykum warahmatullahi wabarakatuhu obbolewwan islaamaa koo. Eebbi barattoota shamaarran islaamaa hedduu nama gammachiisa.
    Garuu hanqinni kitaabbilee Islamic study afaan Oromo hedduu biyya keenya hin jiru. Ani akka nama tokkotti isa armaan gadii isiniif share gochuu barbaada. Kitaabbilee kunniin afaan englishbirraa gara afaan oromoo osoo hiikkamanaii tajaajila barsiisummaatiif osoo oolan baayee fayyadu yaada jedhu qaba. Lakkoofsa bilbila koo 0966082661
    Telegram na argachuu dandeessu.
    Kitaabbilee ijoolleef oolanis dabalataan.

    https://www.quranmualim.com/islamic-studies-books-grades-1-12-pdf-download/

  2. maashaallah tabarakalah Mubarak obbollewwani koo Muslimaa qalli gaarii mara baga gammadani congratulations .my sisters of brother’s

  3. Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Tabarakallaah 💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚✅✅✅✅✅✅✅

  4. masha Allah masha Allah masha Allah masha rabbiin umrii iassni fi Ustazota Kenyaa nuuf dheressu mabruk mabruk mabruk 🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷📚🌷📚🌷👍👍👍👍👍👍👍👍👍📚✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅🌹🌹🌹🌹🌹

  5. mashallah masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah masha rabbiin umrii iassni fi Ustazota Kenyaa nuuf dheressu mabruk mabruk 🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓📖📖📖📖📖📖📖📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button