-
Kuusaa

Salaata IID AL FIXRII 1442 (2021) Magaaloota Garagaraa
Magaalaa Finfinnee Magaalaa Dirree Dhawaa Magaalaa Mooyyaalee Magaalaa Hasaasaa Magaalaa Meeggaa Magaalaa Dodolaa Magaalaa Adaamaa Magaalaa Jimmaa Wolloo Magaalaa Kamisee…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Haleellaa Waraanni Israa’el Magaalaa Gazzaa keessatti raawwateen Lakkoofsi Falasxiinota ajjeefamanii 65 gahuu gabaafame
Haleellaan waraanni Isiraa’el Falassxinoota irrati raawwatu hammattee itti fufe jira, Haleellaa Arba’aa har’aa qofa magaalaa Gazaa keessatti humna xiyyaaraan raawwatameen…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

ZAKAA FIXRII
Zakaa fixrii Jechuun kan namni yeroo ramadaana soomee xumure yookaan gara xumuruutti dhiyaate midhaan gosa nyaatamu irraa ta’e, saa’ii tokko…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Haleellaa Waraanni Israa’eel Masiid al-Aqsaa keessatti raawwateen Falasxiinonni 200 ol madaahuu gabaafame
Waraanni Israa’el guyyaa kaleessaa lammiilee Falasxiin Masjiid al-Aqsaa keessatti salaataa turan irratti, gaazaa imaammaanii fi rasaasa plaastikaatiin haleellaa raawwateen, yoo…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Indiyaatti torbee tokko keessatti namoonni miiliyoonni 1.7 vaayrasii koroonaatiin qabamu ibsame
Indiyaatti torbee tokko keessatti namoota miiliyoona 1.7 vaayrasii koroonaatiin qabaman keessaa lubbuun namoota kuma 15 fi 100 darbuu Ministeerri Fayyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Tokkummaa Ummata Muslimaa
Islaamni nageenyaa fi tokkummaa hawaasaatiif xiyyeefanno guddaa kenna. Wanta hawaasa jeequu fi miidhu karaa adda addaatin ittisuuf yaala. Karaalee kanniin…
Guutuu Dubbisi » -
Akhlaaqa

Kabajaa Muslimaa Eeguu
Guyyaa tokko Umar Ibn Al-Kaxxaab(RA), Abdullah Ibn Mas’uud(RA) waliin halkaniin manaa bahan. ibiddaa fagoo boba’u argan. Ifa ibidda sanii hordofuun…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sheikh Muhammadsuruur Haaj Bashiir gara ganda aakhiraa godaanan
Innaa Lillaahi Wa Innaa Ileeyhi Raaji’uun Aalimni biyya keennaa Sheikh Muhammadsuruur Haaj Bashiir Godina Arsii aanaa Roobee Ganda Adamtuu keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Leylatul-Qadriin yoomi? Yoo dhaqqabne maal jenna? Maal hojjenna?
Ramadaana kurnan boodaa edanu jalqabna. Edanu halkan 20 ti. Ramadaana dhaqqabuun carraadha! Eega Ramadaana simannees nama carraa qabuutu kurnan boodaa…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Ameerikaan lammiileen isii Indiyaa keessaa akka bahan akeekkachiifte
Indiyaa keessatti weerara vaayirasii kaoroonaa hammaateen guyyatti lubbuun namoota kumaatamaan lakkaahamanii kan darbaa jiru yoo tahu, kanuma hordofuun Ameerikaan lammileen…
Guutuu Dubbisi »










