Akhlaaqa
-

April Fool’s day/Guyyaa Gowwootaa
Guyyaan har’aa kun warra lixaa biratti ‘April The Fool’s day’ jedhamuun beekkama. Hiikaan isaatis guyyaa gowwootaa jechuudha. Kunis guyyaa itti…
Guutuu Dubbisi » -

Qulqullina
Muslimoonni sadarkaa addunyaatti qulqullinaan beekamu. Hawaaasni addunyaa guutuun qulqullinaaf bakka guddaa kenna. Islaamummaan garuu san biras dabree qulqullummaa dirqama godha. Muslimni…
Guutuu Dubbisi » -

Firummaa
Ilmi namaa ammaan tana dachii tanarra jiru kun akkuma tasaa kan argamee miti. Hundi isaatuu bakka irraa dhufe qaba. Rabbiin…
Guutuu Dubbisi » -

Baatii Ramadaanaa
Alhamdulillaah Rabbil Aalamiin. Jiini ulfaataa fi Kabajamaan nuuf dhufee jira. Magaalaan guddoon bu’aa guddoo keessaa buufannu dhaabatuuf jirti. Magaalaa tana…
Guutuu Dubbisi » -

Uffannaa Muslimaa
Uffanni faaya. Uffanni bareedina. Namni uffata ofirraa hin qabne bineensa irraa garaagarummaa hin qabu. Qaamni Rabbiin tolchee nuuf uume kun…
Guutuu Dubbisi » -

Waa 4 Ramadaana Dura
Waa Afur Tan Ramadaana Dura Dalaguu Qabnu 1ffaa. Faayidaa Ramadaanaa Baruu Waa hunda dura faayidaa fii sadarkaa baatii Ramadaanaa beekuu…
Guutuu Dubbisi » -

Nagaya Wal gaafatuu
Islaamummaan nagaya. Amanatii nagaya bu’uura godhachuun nagayaaf ijaaramtee dha. Maqammaan Islaam jedhu nagayaan wal qabata. Ergamaan Rabbiitis (SAW) Nagayaa fi…
Guutuu Dubbisi » -

Doktor Faaximaa
Yunivarsiitii Aleksaandiriyaatti, Proofeesara damee fayyaa kan taate dubartiin takka, gara gola barattoota isii seentee, “Assalaamu ALeeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu”jette. Barattoonnis sagalee…
Guutuu Dubbisi » -

Ollaa Muslimaa
Muslimni akkuma maqaan isaa ibsutti nama fedhinnaa ofii jala deemu osoo hin taane nama fedhinna Rabbiitiif bitame jechuudha. Rabbi ammoo…
Guutuu Dubbisi » -

Manguddoo Kabajuu
Anas ibnu Maalik (RA) akkana jechuun hadiisa tokko nuuf gabaase, ‘Manguddoon tokko ergamaa Rabbii (SAW) dubbisuf gara isaanii dhufe. Sahaabonni…
Guutuu Dubbisi »










