Og-Barruu
Discover a world of captivating literature in Nuuralhudaa’s ‘Og-Barruu’ category. Immerse yourself in the wonders of nature, unbelievable histories, life advice, health insights, and fascinating science articles. Explore the beauty of knowledge and inspiration through our diverse collection of literature.
-

Shamarraniif : Qadaa Ramadaanaa moo Sunnaa Shawwaal dura kafalla?Shamarraniif : Qadaa Ramadaanaa moo Sunnaa Shawwaal dura kafalla?
Hadiisa Abuu Ayyuub al-Ansaariin odeyseen Ergamaan Rabbii ((SAW) )”namni Ramadaana Soommanee eeganaa jaha Shawwaal irraa itti aanse, akka nama amata…
Guutuu Dubbisi » -

Ramadaanaaf Haa Qophoofnuu
Ramadaanni nutti as dhihaatee jira. Baatiin Sha’abaan Eega seene torbaan guutuuf deema. Kana jechuun ammoo Ramadaana simachuudhaaf yeroo torbaan sadihii…
Guutuu Dubbisi » -

Baatiin Sha’abaanaa Baatii Dalagaan ilma Namaa Gama Rabbii Ol fuudhamtu
Dalagaan ilma nama torbaanirraa guyya isniinaa fi Khamisaa gama rabbi olfuudhamti; amatarraa ammoo baati Sha’abaanaa olfuudhamti.Ergamaan Rabbii (SAW) akkana jedhan:…
Guutuu Dubbisi » -

Shakkii malee Qiyaaamaan ni dhufti!
Akkuma garru kana taphaafi qoosaan Social Media fudhatee jira. Namni waa’ee Rabbii urgeeffatee raabsu muraasa. Keessattuu TikTok irraa baasa dhageenya.…
Guutuu Dubbisi » -

Akkamitti nama gorsina?
Jecha bareedaa filatanii namatti dubbatan malee nama arrabsaa ykn namaan lolaa nama hin gorsan.Rabbiin Subhaanahu wa ta’aalaa nabi Muhammadiin (SAW)…
Guutuu Dubbisi » -

Istighfaaraa (dalagaa fi yaada hamtuu irraa Rabbitti maganfachuu) heddummeessuun duniyaa fi aakhirattis bu’aa qaba
Rabbiin keenna Hadiis Alqudsii keessatti akkas jedha: “Yaa gabroottan koo! Isin halkaniifi guyyaa ni dogoggortu. Animmoo badii hundaa nin araarama.…
Guutuu Dubbisi » Jannatni nama amala gaarii harkifti, azaabni ammoo faallaa saniiti
Rasuulli Rabbii (SAW) maaltu heddumminaan jannata nama seensisa jedhamanii gaafatamnaan akkana jedhan: “Irra hedduu wanni jannata nama seensaa taqwaa Rabbii…
Guutuu Dubbisi »-

Dubbii dubbii cufa Caaltu
Hadiisa Abuu Zarri odeyseen Sahaabaan Ergamaa Rabbii ((SAW) ) “haasawa kamtu caala? Mee maal dubbiif filanna?” jedhanii gaafatan. Ergamaan Rabbii((SAW)…
Guutuu Dubbisi » -

Warra Jannataa !
Ergamaan Rabbii ((SAW)) akkana jedhan: “Gareen jalqaba jannata seenu suuraa ji’a halkan goobanaa irratti(fakkaatan). Warri isaanitti aanan immoo akka urjii…
Guutuu Dubbisi » -

Haala Guyyaa Qiyaamaa
Rabbiin ol ta’e waan warra kaafiraa kanneen kaafamuu kijibsiisaa turan mudatu suuraa Yaasiin keessatti nutti hime:Garriin (xurumbaan) ni afuufama; yoosuu…
Guutuu Dubbisi »









