Tafakkur

Tafakkur

Kutaa kana keeysatti uumamaalee Rabbiin guddaan uumee addunyaa tana ittiin guute waliin tafakkurra.

  • Gurra Ilma Namaa

    Badhaasa Rabbiin keenya ilma namaa badhaase keessaa tokko gurra. Dalagaa gurraa qaamni biroo ka bakka bu’ee dalaguu danda’u hin jiru.…

    Guutuu Dubbisi »
  • Qamalee

    Waa’ee Qamalee yoo dhageenyu wantoota heddutu sammuu keessa nu yaa’a. Uumama dachii tanarra jiran keessaa bineensa qaruutummaan hunda caalu akka…

    Guutuu Dubbisi »
  • Ija Ilma Namaa

    Rabbiin keenya (Subhaanahu wata’aalaa) tola hedduu nutti oole. Tola inni nuuf oole lakkofnee hin fixnu. Barruu tana keessatti waahee agartuu…

    Guutuu Dubbisi »
  • Wiizil

    Uumamni barruu tana keessatti laallu Wiizil jedhama. Wiizil bineensa xiqqaadha. Bineensi kun hoosiftoota foon sooratan keessatti ramadama. Ardii Awustraaliyaa fi…

    Guutuu Dubbisi »
  • Eenyutu Hawaa kana uume?

    Uumamni dachii tana dabalatee hawaa guutuu keessa jiru dandeettii fi guddina Rabbii tokkichaa ragaa nuuf baha. Nutis kanuma bu’uura godhachuun…

    Guutuu Dubbisi »
  • Gadamsa

    Barruu tana keessatti gara biyya keenyaa deebinee uumama biyyi teenya ittiin beekamtu tokko ilaalla. Imalli keenyas Bosona Baalee keessa ta’a.…

    Guutuu Dubbisi »
  • Gaalaaksii

    Rabbiin warra sammuu qabu ykn warra waa xiinxallu hoggaa jedhu warra akkam baana. إِنَّ فِي خَلْقِ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَاخْتِلَافِ اللَّيْلِ…

    Guutuu Dubbisi »
  • Amaazoon

    Dachiin teenya tun waa hedduun badhaafamtee jirti. Lubbu qabeeyyii fi Lubbu dhabeeyyii dabalatee waan hedduun guutamtee jirti. Gama hawaatis yoo…

    Guutuu Dubbisi »
  • Meerkurii

      Meerkuriin plaanetoota hanga amaatti beekaman keesaa xiqqoo yoo taatu, Adutti dhihaattee argamti. maqaan Meerkurii jedhu kun, maqaa sanamaa warri…

    Guutuu Dubbisi »
  • Gafarsa

    Gafarsi Bineensa guddaa gosa maatii Bovidae  Jedhamu keessatti ramadamu yoo ta’u, maatiin Bovidae kun bineeldota manaa kan Akka Horiitis of…

    Guutuu Dubbisi »
Back to top button