Tafakkur
Tafakkur
Kutaa kana keeysatti uumamaalee Rabbiin guddaan uumee addunyaa tana ittiin guute waliin tafakkurra.
-

Awwaannisa
Ilbiisota keessaa kan namni heddu beeku Awwaannisa. Guddinni awwaannisaa ilbiisota jiddu galeessa ta’an keessatti ramadama. Ilbiisni kun naannoo margaafii biqiltoonni…
Guutuu Dubbisi » -

Gaala
Kanaan dura Allaattii dheeraa (Guchii) fi bineensa dheeraa (Sattawwaa) isiniif dhiheeysuun keenya ni yaadatama. Barreeffama kana keessattis bineensa guddaa dheeraa…
Guutuu Dubbisi » -

Ajaa’iba amaloota Rabbi bineensotaa kenne keessaa muraasa
Waqtii ganni galu dachiin Roobaan jiitee, biqiltoonni gosa hedduu biqiluu eegalu. Ilbiisonniifi lubbu qabeeyyiinis wayta kana dachiirratti baayyatu. Wayta ganni…
Guutuu Dubbisi » -

Piikook (Peacock)
Tarii allaattiiin kun biyya keenya keessatti argamuu baatus maqaan isaa garuu haarawaa miti. Simbirri kun Piikook jedhama. Allaattiin Piikook jedhamu…
Guutuu Dubbisi » -

“Shimbirroo Jannataa”Paradise Bird
Rabbiin Qur’aana keeysatti akkana jedhe.ألم يروا إلى الطير مسخرات ÙÙŠ جو السماء ما يمسكهن إلا الله إن ÙÙŠ ذلك لآيات…
Guutuu Dubbisi » -

Bineesan Uumama Sadi Fakkaatu (Okaappii)
Rabbi Qur’aana keessatti namni qalbi qabu uumama dachii irra jiru kana xiinxallee akka hubatu nu affeere. Kun ammoo akka nuti…
Guutuu Dubbisi » -

Wanta facaastan san argitanii?
Rabbiin ol ta’e akkana jedha:“Wanta facaastan san argitanii? Isintu biqilcha moo kan biqilchu Nuhi? Osoo feenee caccabaa gooneetiin kan gaabbitan…
Guutuu Dubbisi » -

Al-Khaaliq:-Rabbii Waan hunda dhabama irraa uume/tolchee argamsiise
Wantoota hundaa kan uumee Rabbii tokkicha. Wantoonni naannoo keenyatti arginu hundi gara Khaaliqaa (Uumaa) akeeku. “Ani mataa kootin of uumuu…
Guutuu Dubbisi »










