Tana Quba Qabduu
Wantoota Ajaa’ibsiisoo tahan
-
Ajaa’iba Uumamaa Keessaa Muraasa
Tajaajila Arrabaa keessaa tokko soorata dhandhamuudha. Namni arraba hin qabne mi’aa soorataa adda baafatuu hin danda’u. Arrabni keenya hancufaan malee…
Guutuu Dubbisi » -
Wantoota Ajaa’ibaa kan Bishaaniin wal qabatan
Bishaan jireenya lubbu qabeeyyii hundaatiif haalaan barbaachisaadha. Walumaa galatti addunyaan tun jiraachuudhaaf bishaanitti haajamti jechuu dandeenya. Biqiltootaafi bineensonni, ilmi namaafi…
Guutuu Dubbisi » -
Uumamaalee eega Mormi irraa muramee booda mataa malee jiraatan
Uumama mataan irraa muramee qaamni hafe qofti socho’u argitanii beektuu? Eeyyan Lukkuu ykn horiin eega gorra’amee booda, akkasumas bofni mataan…
Guutuu Dubbisi » -
Araada Facebook
Yeroo ammaa kana namuu ija isaa facebook irra oolchee bulcha jechuu dandeenya. Namni hedduun yeroo qaburraa hedduuu isaa miidiyama hawaasaa…
Guutuu Dubbisi » -
Hoggantoota biyya isaanii saamuudhaan beekaman
Biyyoota addunyaa hedduu keessatti namoonni aangoorra jiran ummata isaanii saamuun beekamu. Kun immoo zulmii irraa boodaati. Kaliifaan lammaffaa Umar ibn…
Guutuu Dubbisi » -
Waraana Ardii Afrikaa
Qophii Abu Ibtisam Akka daataan lakkofsa ummata addunyaa kan October 2018 bahe mul’isutti, dachii tanarra ummata biiliyoona 7.7 oltu jiraata.…
Guutuu Dubbisi »