Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Filannoon mana marii magaalota Finfinnee fi Dirree Dhawaa bara dhufutti dabre
Paarlaamaan Itoophiyaa walgahii idilee guyyaa kaleessaa taa’een, filannoon mana maree magaalaa Finfinnee fi Dirre Dhawaa tti waggaa shanitti al tokko…
Guutuu Dubbisi » -

Dhaabbanni Good Deeds Charity lammiilee Oromoo Mooyyalee irraa buqqifamaniif deeggarsa godhe.
Dhaabbanni gargaarsaa Good Deed Charity jedhamu deeggarsa hawaasa Oromoo kutaa Minnesootaa irraa walitti qabamee fi karaa toora interneetii Gofund me…
Guutuu Dubbisi » -

Shorarkaa Waraanni Makkalaakayaa Yunivarsiitii Haramaayaa keessatti raawwateen barattoonni heddu miidhaman
Waraannii makkalaakayaa halkan edaa doormii barattootaa cabsee seenuun barattoota heddu kan tumaan yoo tahu, ijoolleen heddu miidhaan cimaan kan irra…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeera Itoophiyaa Dr.Abiy Ahmad gara magaalaa Amboo imale
Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad daawannaa hujii nannoolee keessatti jalqabe itti fufuun har’a magaalaa Amboo kan seene yoo tahu, prezdaantii…
Guutuu Dubbisi » -

Deggarsi lammiilee Oromoo naannoo Soomalee irraa buqqifamaniif godhamu cimee itti fufee jira.
Lammiilee Oromoo naannoo Soomalee irraa buqqifamuun magaalaa Sulultaa qubsiifamaniif, jilli Ustaazootaa guyyaa hardhaa deeggarsa firaasha hedduufi fi midhaan nyaataa makiinaa…
Guutuu Dubbisi » -

Eegaa labsiin yeroo muddamaa labsamee lakkoofsi namoota waraana Makkalaakayaatiin ajjeefamanii 52 gahuun ibsame
February 17/2018 muummichi ministeera duraanii obbo Hayilamaariyam Dassaalenyi aangoo lakkisuu ibse. Kanuuma hordofuun, labsiin yeroo muddamaa labsamuun biyyattiin Komaand poostiin…
Guutuu Dubbisi » -

Ajjeechaan waraanni Makkalaakayaa ummata irratti raawwatu itti fufee jira
Halkan edaa Harargee bahaa aanaa Dadar magaalaa Qobbootti loltoonni waraana Makkalaakayaa mucayyoo Ayyaantuu Muhammad Shaanqoo jedhamtu gudeeduuf yemmuu yaalanitti mormuu…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad daaw’annaa hujiitiif gara Jigjigaa imale
Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad daaw’annaa hujii kan jalqabaatiif Sabtii har’aa gara Naannoo Soomalee magaalaa Jigjigaatti imale. Jilli Muummicha Ministeeraatiin…
Guutuu Dubbisi » -

Hidha laga Abbaay ilaalchisee mariin gaggeefame walii galtee malee xumurame
Hidha laga Abbaay Itoophiyaan ijaaraa jirtu ilaalchisee,ministeeronni haajaa Alaa Itoophiyaa , Suudaan fi Masrii mariin guyyaa lamaaf Khaartuum keessatti gaggeessan…
Guutuu Dubbisi » -

Hawaasni Oromoo biyya Keeniyaa keessa jiraatan lammiilee Oromoo magaalaa Mooyyalee irraa buqqifamaniif deeggarsa godhan
Baqattoonni Oromoo biyya Keeniyaa magaalaa Naayiroobii keessa jiraatan lammiilee Oromoo dhiheenya kana magaalaa Mooyyalee irraa waraanni Makkalaakayaa buqqisuun Keeniyaa Kaampii…
Guutuu Dubbisi »










