Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Komaand Poostiin namoota mormii bahan irratti tarkaanfii kamiyyuu kan fudhatu tahuu beeksise.
Mormiin ummataa godina wallaggaa magaalota Naqamtee fi Dambiidoolloo keessatti jalqabame kan itti fufe yoo tahu, waraanni makkaalaakayaatis namoota harka qullaa…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni Makkalaakayaa hooggantoota paartii Kongrasii Federaalistii Oromoo ugguruun gabaafame
Dr Mararaa Guddinaa fi Obbo Baqqalaa Garbaa dabalatee hoggantoonni Paartii KFO dhiheenya kana mana hidhaatii bahan, gara magaalaa Naqmtee imalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Ummanni keenya kan Harargee bahaa Ustaaz Ahmaddiin Jabaliif makiinaa gumachaan.
Ummanni keenya kan Harargee bahaa Ustaaza keenya Jaalatama Ustaaz Ahmaddiin Jabaliif Makiinaa gumachaan. Rabbiin hojii Kheyriii kana Isaan irraa haa…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi magaalaa Amboo Komaand postiin magaalaa akka hin seenne dhoorge
Guyyaa labsiin yeroo muddamaa labsame irraa kaase komaand postiin magaalaa Amboo seenuuf yaalii kan godhaa ture yoo tahu, kantiibaan magaalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Miseensonni Koree hidhaarraa hiikaman, lammiilee naannoo Somaaleerraa buqqifaman Ziyaaran
Koreen Furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa dhiheenya hidhaa irraa bahan lammiilee Oromoo naannoo Soomalee irraa buqa’uun kolleejjii Rift valley kan magaalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan qajeelfama haala raawwii labsii yeroo muudamaa kan baase tahuu beeksise
Jimaata darbe manni Maree ministeerota labsii yeroo muudama labsuun ni yaadatama. kanuma hordofuun guyyaa har’aa qajeelfamni labsiin yeroo muuddama kun…
Guutuu Dubbisi » -

Qubsuma lammiilee buqqifamanii ijaaruuf ulamaa’onni dhagaa bu’uraa kaahan.
Ulamaa’onni keenya iddoo lammiileen Oromoo naannoo Soomalee irraa buqqa’an itti qubsiisuuf karoorfame irratti dhakaa bu’uuraa kaahan. Lammiilee keenya kan naannoo…
Guutuu Dubbisi » -

Imbaasiin Ameerikaa kan Finfinnetti argamu labsii yeroo muddamaa balaaleffate.
Imbaasiin Ameerikaa Finfinnetti argamu ibsa har’a baaseen akka jedhetti “Mootummaan Ityoophiyaa mirga Bu’uuraa kan akka walgahii gaggeeysuu fi yaada ofii…
Guutuu Dubbisi » -

Labsiin yeroo Muddamaa ji’a jahaaf kan turu tahuun ibsame
Labsiin yeroo muddammaa Jum’aa kaleessaa labsame Ji’oota jahaniif guutuu biyyattiitti hujii irra kan oolu tahuu Ministeerri ittisa biyyaa Obbo Siraaj…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Ityoophiyaa Labsii yeroo muddamaa haaraya labse
Dhaabni biyyattii bulchaa jiru eega Prezdant Haylamaariyaam aangoo lakkisuuf xalayaa galfatee booda, labsii yeroo muddamaa labsuu isaa EBC’n gabaase. Labsiin…
Guutuu Dubbisi »










