Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Miseensonni Koree Furmaata barbaadduu Hawaasa Muslimaa Mana murtii oliyyanaatti dhihaatan
Ustaaz Ahmaddiin Jabal dabalaatee miseensonni koree furmaata barbaaduu hawasa muslimaa mana hidhaatti hafan afran ganama hardhaa mana murtii Federaalaatti dhihaachuun…
Guutuu Dubbisi » -

Huseen Roobaa Aakhirame.
Innaalillaahii Wa’innaa Ileeyhi Raaji’uun!! Obboleessi Muslimaa Galmee Aman Asaffaa jalatti yakkamee hidhamee ture Huseen Roobaa Aakirame. Huseen Roobaa galmee Amaan…
Guutuu Dubbisi » -

Miseensonni koree hawaasa Muslimaa hidhaa irra jiran guyyaa boruu ol iyyannoof mana Murtii Federaalaatti kan dhiyaatan tahuun beekame
Itti gaafatamaa Subqunnamtii koree furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa kan ta’e Ustaaz Ahmaddiin Jabal dabalatee, bakka bu’oonni hawaasa muslimaa galmee Ustaaz…
Guutuu Dubbisi » -

Baay’inni namoota liyyuu Poolisiin Buqqifamanii Miiliyoona 1 gahe.
Walitti bu’iinsa daangaa naannoolee Oromiyaa fi Somaaleetiin walqabatee lakkoofsi namoota qe’ee isaanii irraa buqqifamanii miiliyoona tokko akka gahe UN beeksise…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli Garee Sumayyootaa fi Bilaalootaa Munashidoota 8 of keessatti hammate deeggarsa qabate gara Godina Baalee imale.
Jilli Garee Sumayyootaa fi Bilaalootaa Munashidoota 8 of keessatti hammate deeggarsa qabate gara Godina Baalee Aanaa Beeltuu magaalaa Addeleetti imalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Hamiid Muhammad Hidhaarraa Hiikame
Obboleewwan Muslimaa 19 galmee Khadiir Muhammad jalatti himataman keessaa tokko kan tahe, Hamiid Muhammad hidhaan waggaa shanii fi ji’a jahaa…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Walloo Kaabaa magaalaa Marsaatti namoonni 10 ajjeefaman
Haleellaa Waraanni Makkalaakayaa Sabtii hardhaa naannoo Amaaraa godina Walloo Kaabaa magaalaa Marsaatti ummata hiriira bahe irratti raawwateen, namoonni 10 ajjeefamu…
Guutuu Dubbisi » -

Ustaazonni keenya lammiilee liyyuu poolisiin qe’ee isaanii irraa buqqifaman Ziyaaran
Ustaazonni keenya gara godina Baalee imaluun lammiilee Oromoo liyyuu poolisiin qe’ee isaanii irraa buqqifaman Ziyaaran Miseensoonni Koree Furmaata barbaadduu hawaasa…
Guutuu Dubbisi » -

Makkalaakayaan Magaalaa Qobbootti Nama Heddu Ajjeese.
Naannoo Amaaraa godina Walloo Kaabaa Magaalaa qobboo keessatti haleellaa waraanni Makkalaakayaa ummata irratti raawwateen, yoo xiqqaate namoonni torba kan ajjeefaman…
Guutuu Dubbisi » -

Saalih Muhammad Qaallittii Keessatti Dararamaa Jira.
Obboleessi yakka ajjeechaa Sheikh Nuuruu Yimaamiin himatame mana hidhaa Qaallittii keessatti dararaan hamaan irratti raawwatamuun gabaafame. Basaastonni mootummaa Sheikh Nuuruu…
Guutuu Dubbisi »










