Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Manni Maree naannoo Tigraay filannoo biyyaalessaa 6ffaa akka naannichaatti gaggeessuuf murteesse
Manni Maree naannoo Tigraay yaa’ii ariifachiisaa guyyaa har’aa gaggeesseen, naannichatti filannoo bara kanaa gaggeessuuf murtii kan dabarse tahuu gabaafame. Biiroon…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATES June 11, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 2,670 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

Paarlaamaan Wixinee Seeraa Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa labsiin akka dhaabbatuuf dhihaateef raggaasise
Manni marii bakka bu’oota ummataa wal gahii idilee 16ffaa Khamiisa har’aa galma Waajjira Muummicha ministeeraatti geggeesseen, Wixinee Seeraa Manni Marii…
Guutuu Dubbisi » -

Wixineen Seeraa Majlisni Labsiin Akka Hundeeffamu Gaafatu Miseensota Paarlmaaf Dhiyaatuuf
Korri Idilee miseensota mana marii bakka bu’oota ummata 16ffaa’n Kamiisa boru, galma Waajira Mummicha ministeeraatti kan geggeeffamu tahuu Paarlamaan Itoophiyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Maree Federeeshinii Obbo Adan Farah Afa-Yaa’ii godhuun muude
Afa-yaa’iin Mana Maree Federeeshiin tan duraanii Aadde Keeyriyaa Ibraahiim guyyaa lama dura “mootummaa abbaa irree kan heera biyyattii cabsaa jiru…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Maree Federeeshinii ‘aangoon mootummaa akka dheeratu’ murteesse
Manni Maree Federeeshinii Ityoophiyaa hanga weerarri vaayirasii koroonaa to’annoo jala ooluun mirkanaahutti, aangoon mootummaa akka dheeratu murteessuu isaa beeksise. Manni…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATES June 10, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 2,506 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

Ityoophiyaa, Suudaanii fi Masri dhimma hidha Laga Abbaay ilaalchisee marii kanaan dura addaan kutan jalqbuuf walii galan
Ministeeronni haajaa alaa biyyoota sadanii bakka Afrikaan Kibbaa, Gamtaan Awrooppaa fi Ameerikaan taajjabdummaan argamanitti, kaleessa June 09, 2020 toora Viidiyoo…
Guutuu Dubbisi » -

Majlisni Godina Wolloo Hoggantoonni Majlisa Federaalaa aangoo akka lakkisan gaafate
Majlisni Wolloo, Hoggantoonni mana marii dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa ji’oota 6f aangoon amaanaan itti kenname, hojiiwwan ji’oota kan keessaatti hojjatuu qaban…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 Update June 09/2020
Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 190 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise Ministeerri Fayyaa ibsa Kiibxata har’aa…
Guutuu Dubbisi »










