Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Masjidni Awwal kan magaalaa Gaasaraa eebbifame
Godina Baalee aanaa Gaasaraa magaalaa Gasaraatti, waggoota afran dabraniif deeggarsa hawaasa Muslima magaalaa Gaasaraa fi naannawa sanii irraa walitti qabameen…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Maree Islaamaa Godina Salaalee hojii majliisaa aanaalee ijaruu cimsee itti fufuu gabaafame
Manni Maree Islaamaa Godina Salaalee guyyaa kudhan dura magaalaa Fichee keessatti haarayatti hundeeffamuu gabaasuun keenna ni yaadatama. Manni marichaa haarayatti…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchinsi naannoo Amaaraa dhagaa bu’uraa Yunivarsitii Islaamaa ijaaruuf kaa’ame jigsuuf dhaadate
Naannoo Amaaraa godina Wolloo Kaabaa aanaa Habruu magaalaa Marsaatti Alhada dabre Yunivarsiitii Imaam Ahmad ijaaruuf dhagaan bu’uraa kaahamee ture yoo…
Guutuu Dubbisi » -

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa dhimma qabeenya ADWUI irratti murtii kenne
Addi Bilisummaa Ummata Tigraay (ABUT) kanaan dura paartii Bilitsiginnaa haaraya hundeeffametti kan hin makamne tahuu ibsuun, qabeenyi ADWUI akka qoodamuuf…
Guutuu Dubbisi » -

Sirni Awwaalcha Sheikh Ibrahiim Siraaj Magaalaa Riyaadiitti raawwatame
Yeroo dheeraaf karaalee Miidiyaa hawaasaa fi miidiyaalee gara garaattiin , mataduree adda addaa irratti sagantaa da’awaa, akkasumas barnoota diin Islaam…
Guutuu Dubbisi » -

Sheikh Amiin Ibroo fedhii isaaniitin itti gaafatama Majlisa Federaalaa keessatti qaban gad-lakkisuu ibsan
Waggaa dabare Amajjii 23/2011 dhimma Majlisaa irratti walgahii Hoteela Sharatanitti gaggeeffame, mummichi ministeraa Abiy Ahmad dabalatee, qondaaltoonni mootummaa ol’aanoon, Ulamaa…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Marsaatti Yunivarsitii Islaamaa ijaaruuf dhagaan bu’uraa kaayame
Naannoo Amaaraa godina baha Walloo magaalaa Marsaatti Yunivarsitii Imaam Ahmad ijaaruuf guyyaa kaleessaa(February 2,2020) sirni dhagaa bu’uraa kaayuu geggeeffame. Saganticha…
Guutuu Dubbisi » -

Aanaa Dharraa ganda Saral-Kullaatti Masjida Ijaaruuf Sagantaan Deeggarsa walitti qabuu geggeeffame
Masjida Ridwaan kan godina Salaalee aanaa Dharraa gnda Saral-kullaatti ijaaramaa jiru, galmaan baasuuf, sagantaan deeggarsa walitti qabuu guyyaa har’aa geggeeffamaa…
Guutuu Dubbisi » -

Sheikh Ibrahiim Siraaj Gara Ganda Aakiraa Godaanan
Innaa lillaahi wa innaa ileeyhiraajiuun Aalimni biyya keenya Sheikh Ibrahiim Siraaj dhukkubsatanii kan yaalama turan yoo tahu, guyyaa har’aa biyya…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaant Tramp dhimma hidha laga Abbaay ilaalichisee Dr. Abiy Ahmad bilbilaan dubbisuu gabaafame
Prezdaant Tramp marii dhimma laga Abbaay irratti Washington DC’tti geggeeffamaa jiru ilaalichisee muummicha ministeeraa Dr. Abiy Ahmad bilbilaan kan dubbise…
Guutuu Dubbisi »









