Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Majlisni waliigalaa magaalaa Finfinnee, Kutaalee Magaalaa 40f hoggantoota haaraya muude
Manni marii dhimmoota Islaamaa Waliigalaa magaalaa Finfinnee, guyyaa har’aa Hoteela Ummaatti walgahii geggeesse. Walgahii kana irrattis Caasaa haarawa hoggantoota majlisaa…
Guutuu Dubbisi » -

Naannoo Amaaraatti Muslimoonni Da’awaaf garasitti imalan hidhaman
Naannoo Amaaraa iddoo Zeggee jedhamtu kan naannawa magaalaa Bahirdaaritti argamutti Muslimoonni miseensoota Jama’aa Da’waa Tabliigaa fi jiraattoota naannichaa Muslima tahan…
Guutuu Dubbisi » -

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa karoora filannoo irratti qaamolee dhimmi ilaallatu waliin marii geggeessaa jira
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa karoora filannoo bara 2012 baaseen, guyyaan ummanni sagalee kennu Hagayya 10/2012 tahuu ibse. Haaluma kanaan Boordichi guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Hawaasni Muslima biyya Keenyaa Qaxar jiraatan haleellaa Masjidoota magaalaa Mooxaa balaaleeffatan
Hawaasni Muslimaa bjyya keenyaa, Qaxar magaalaa Dohaa Jiraatan, January 8, 2020 Imbaasii Itoophiyaa magaalaa Dohaatti argamutti, haleellaa Masjidoota naannoo Amaaraa…
Guutuu Dubbisi » -

Walitti bu’iinsa Barattoota Yuunivarsitii fi humnoota tika mootummaa jiddutti uumameen barattoonni hedduun miidhamuu gabaafame
Rakkoo godinaalee Oromiyaa gama Lixaatti uumameen tajaajilli bilbilaa fi Interneeti addaan cituu, akkasumas dhimma tasgabbii dhabinsaatiin wal qabatee “yaaddoo qabna”jechuun,…
Guutuu Dubbisi » -

Hawaasni Muslima Itoophiyaa Jarman Jiraattan Haleellaa Masjidoota magaalaa Mooxaatti raawwatame balaaleeffatan
Lammiileen biyya keenya Jarman magaalaa Frankfurt jiraatan guyyaa har’aa, haleellaa Masjidootaa fi qabeenya hawaasa Muslimaa naannoo Amaaraatti finxaleeyyiin Ortodoksii raawwatan…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Marii Ulamaa Godina Shawaa Kaabaa Haarayatti Hundeeffame
Manni marii dhimmoota Islaamaa naannoo Oromiyaa caasaa hoggantoota Majlisaa godinaalee fi aanaalee haarawa qophaa’e irratti ummata mariisisuun, caasaa hoggansa Majlisaa…
Guutuu Dubbisi » -

Majlisni naannoo Hararii, ibsi pirzidaantii Naannoo Amaaraa kenne kan gocha Shoorarkeessitoonni raawwatan jajjabeessuu jedhe.
Manni marii dhimmoota Islaamaa naannoo Hararii, ibsa pirzdaantiin naannoo Amaaraa Obbo Temesgeen Xuruneh, haleellaa Masjidootaa fi saamicha qabeenya hawaasa Muslimaa…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Maree Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa ibsi prezdaantiin naannoo Amaaraa kenne hawaasa muslimmaa qoqqooduuf kan yaadame jedhe
Manni Maree Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa, ibsi prezdaantiin naannoo Amaaraa haleellaa Masjiidota Mooxaa ilaalchisee kennne, ammas mootummaan naannichaa rakkoo muslimoota irra…
Guutuu Dubbisi »










