Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Sa’uudiin liqaa doolara milliyoona dhibba tokko fi miiliyoona 40 Ityoophiyaa kennuuf waadaa galte
Jilli hogganaa Fandii Misoomaa Sa’uudii Dr. Khaalid Alkudeeriin durfamu Ityoophiyaa kan daaw’ataa jiru yoo tahu, har’aa muummicha ministeeraa Dr. Abiy…
Guutuu Dubbisi » -

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa dameewwan tajaajila baankii dhalarraa bilisa tahe kennan bane
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa tajaajila baankii dhala irraa bilisa tahe kennuuf, dameewwan lama magaalaa Finfinnee keessatti kan bane yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi » -

Qormaanni biyyoolessaa kutaa 10ffaa bara kana irraa jalqabee kan hin kennamne tahuu ibsame
Ejensiin Madaallii fi Qormaata Biyyoolessaa akka ibsetti, qormaanni sadarkaa biyyoolessaatti kanaan dura kutaa 10ffaatti kennamaa ture, bara kana irraa jalqabee…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa Kora Walii Galaa geggeessaa ture xumuruu beeksise
Manni Marichaa ibsa har’a waaree booda baaseen, miseensonni mana maree dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa, kora walii galaa kan jalqabaa Muddee 1-4/2012tti…
Guutuu Dubbisi » -

Balaa konkolaataa Naannoo Amaaraatti muudateen lubbuun namoota 13 darbe
Balaan kun Naannoo Amaaraa bulchiinsa Ummata Awwii aanaa Giwaaguusaa Shigudaad jedhamu keessatti ganama har’aa muudate. Waajjirri poolisii aanichaa, balaan kun…
Guutuu Dubbisi » -

Lammileen Itoophiyaa Suudaan jiran “dararamaa jirra”jedhan
Lammileen Itoophiyaa biyya Suudaan magaalaa Kaartuum jiraatan sababa waraqaa jireenyaatiin walqabatee waraana biyyattiin qabamanii manneen hidhaatti kan darbatamaa jiran tahuu…
Guutuu Dubbisi » -

Dr Muhammad Abbaa Olii dorgommii Saayinsii qabeenya uumamaa idil-adduunyaa bara 2019 injifate
Dr Muhammad Abbaa Olii dorgommii qorannoo Saayinsii qabeenya uumamaa bara kanaa, kan qorannoon ogeeyyii 5278 biyyoota 90 irraa itti dhiyaate,…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli Mootummaa Saa’uudii itti aanaa ministeera haajaa alaatiin durfamu Ityoophiyaa daaw’ataa jira
Jilli qondaaltota mootummaa Sa’uudii fi bakka bu’oota hawaasa daldala biyyattii miseensa 50 qabu kun, itti aanaa ministeera haajaa alaa Sa’uudii…
Guutuu Dubbisi » -

Balaa Konkolaataa Godina Iluu Abbaa Boor keessatti muudateen lubbuun nama 11 dabru gabaafame
Balaan kun kaleessa galgala Godina Iluu Abbaa Boor aanaa Algee Saachii keessatti kan muudate yoo tahu, konkolaataan Isuzu ummata fe’atee…
Guutuu Dubbisi » -

Paartileen Morkattootaa 10 waliin hojjachuuf Walii galtee mallatteessan
ABO dabalatee paartileen morkattootaa 10 guyyaa har’aa hoteela Ililliitti waliin hojjachuuf, walii galtee mallatteessuu gabaafame. Paartileen waliigaltee mallatteessan kunniin 1.…
Guutuu Dubbisi »










