Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Poolisiin Federaalaa daandiiwwan guutuu Oromiyaa keessatti cufaman bansiisuuf tarkaanfii ni fudhanna jechuun akeekkachiise
Hiriira magaalota naannoo Oromiyaa heddutti gaggeeffamaa jiru ilaalchisee Poolisiin Federaalaa ibsa kan baase yoo tahu, , Hogganaan Poolisii Federaalaa Komishiinar…
Guutuu Dubbisi » -

Godinaalee Oromiyaa heddu keessatti mormiin cimaan kan geggeeffamaa jiru tahuu beekame
Halkan edaa waardiyyoonni Aktiivist Jawaar Muhammad eeggumsa naannawa mana isaatti geggeessaa turan dhiisanii akka bahan ajajamuun eega ibsamee booda, godinaalee…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan og-barruu Islaamaa magaalaa Daseetti gaggeeffamuuf ture dhoorkamuu gabaafame
Naannoo Amaaraa magaalaa Daseetti sagantaan og-barruu Islaamaa “Minber Multimedia Production”qopheesse, guyyaa har’aa galma Aadaa Walloo kan magaalaa Daseetti gaggeeffamuuf karoorfame…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi Naannoo Tigraay barattoota haaraya bara kana Yunivarsiitiiwwan Naannoo Amaaraa keessatti argamanitti ramadaman garasitti kan hin ergine tahuu beeksise
Itti gaafatamaan waajjira barnoota Naannoo Tigraay Obbo Gabramasqal Kahsaay ibsa guyyaa har’aa kenneen “bulchiinsi naannoo Tigraay, barattoota haaraya gara Yunivaristiiwwan…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Baalee magaalaa Oborsootti Masjidni guddaan eebbifame
Masjidni kun bu’uurefamni isaa bara 1930 keessa yoo tahu, dhiibbaa sirnoota mootummaa dabraniin irratti godhamaa tureen, yeroo mootummaa HaayilaSillaasee keessa…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiileen Ityoophiyaa 400 Sa’uudii irraa gara biyyatti deebifaman
Lammiileen Ityophiyaa 400 Arba’aa har’aa gara biyyattii deebifaman kunniin, namoota karaa seeraan alaatiin gara Sa’uudii seenuuf osoo yaalan qabamanii manneen…
Guutuu Dubbisi » -

Addi Bilisummaa Ummata Tigraay, Sochii ADWUI walitti makuun Paartii tokko hundeessuuf godhamaa jiru Balaleeffate
Korri Koree jidduu galeessa Adda bilisuummaa ummata Tigraay(TPLF) kan yeroo amma naannoo Tigraay bulchaa jiru torban tokkof geggeeffamaa ture guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Balaa Konkolaataa aanaa Mooyyalee ganda Bokkoolaatti mudateen lubbuun nama 3 dabruu fi namoonni 40 ol miidhamuu gabaafame
Konkolaataan uummata naannoo Kibbaa Konsoo irraa gara Mooyyaleetti imalaa ture, aanaa Mooyyalee ganda Bokkoolaatti ganama arraa naannawa sa’aa 4:00 gargaluun,…
Guutuu Dubbisi » -

Naannoo Kibbaa Aanaa Addaa Kontaatti sigiga lafaa uumameen lubbuun nama 18 dabruu gabaafame
Rooba cimaa halkan edaa Roobe hordofuun balaa sigiga lafaa uumameen hanga ammatti lubbuun nama 18 ol dabruu odeeyfannoon ni addeessa.…
Guutuu Dubbisi » -

Qondaaltota Naannoo Amaaraa yaalii fonqolcha mootummaatiin shakkamanii hidhaman jidduu sadi wabiin akka lakkifaman murtaahe
Waxabajjii 15/2011 yaalii fonqolcha mootummaa bulchiinsa naannoo Amaaraa irratti geggeeffameen, Prezdaantii naannichaa dabalatee qondaaltonni nannichaa fi hoggantoonni raayyaa ittisa biyyaa…
Guutuu Dubbisi »










