Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Naannoo Amaaraa magaalaa Marsaatti hawaasni Muslimaa haala yeroo irratti marii gaggeese
Marii kana irratti haala nageenyaa naannichatti yeroo dhiyoo as muldhataa jiru, keessumattuu tarkaanfii gareewwan jibbaa Islaamaa leellisan iddoo gara garaatti…
Guutuu Dubbisi » -

“‹”‹Balaa konkolaataa Naannoo Amaaraa Godina Goojjaam Lixaatti muudateen lubbuun nama 23 darbe
Balaan kun kaleessa waaree booda aanaa Dambacaa Zuuriyaa naannawa magaalaa Caraqaatti kan muudate yoo tahu, konkolaataan fe’umsaa ISUZU ta’e tokko,…
Guutuu Dubbisi » -

Jeequmsa magaalaa Dirree Dhawaa keessatti ka’een lubbuun nama 2 galaafatame
Magaalaa Dirree Dhawaa naannawa Qafiraatti guyyaa har’aa jeequmsa gareen “SAATANAWU”jedhee of mooggaase kaase hordofuun, lubbuun dargaggoota 2 poolisii kora bittinneessaa…
Guutuu Dubbisi » -

Balaa Makiinaa magaalaa Finfinneetti muudateen lubbuun nama 2 darbuu fi namoonni 31 miidhamuu gabaafame
Balaan kun kaleessa naannawa sa’aa 12:30tti kan muudate yoo tahu, Awtobisiin Anbassaa ummata fe’atee naannawa Shiroo meedaa irraa gara Kasaanchiis…
Guutuu Dubbisi » -

Ityoophiyaan humna elektirikaa teeknolojii Niwkilariitiin maddu fayyadamuuf walii galtee mallatteessite
Ityoophiyaan wal gahii Ejensiin Humna Atoomikii Idil Addunyaa Oostiriyaa magaalaa Veenaa keessatti qopheesse irratti kan hirmaataa jirtu yoo tahu, wal…
Guutuu Dubbisi » -

Aanaa Dirree ganda Magaadootti namoonni hedduun dhibee daddarbaa ‘Kaalaazar’ jedhamun qabaman
Dhibeen kun dhibee Tisiisa biyyoo(sand fly) jedhamtuun namarraa namatti kan daddarbu yoo ta’u, yeroo dhiyoo as godina Booranaa aanaa Dirree…
Guutuu Dubbisi » -

Mariin dhimma hidha Laga Abbaay ilaalchisee Kaayirootti geggeeffame walii galtee malee xumuramuu ibsame
Ministeeronni Bishaanii Ityoophiyaa, Masri fi Suudaan dhimma laga Abbaay ilaalchisee mariin guyyaa lamaaf Kaayiroo keessatti geggeessaa turan, walii galtee malee…
Guutuu Dubbisi » -

Abbaan Taayitaa to’annaa Nyaataa fi Dawaa Ityoophiyaa Oomishaalee Zeeyita nyaataa gosa 17 ummanni akka itti hin fayyadamne akeekkachiise
Abbaan Taayitaa to’annaa nyaataa fi Dawaa Ityoophiyaa magaalaa Finfinnee dabalatee qorannoo iddoo garagaraatti godhe irratti hundaa’uun, oomishaaleen Zeeyita nyaataa 17…
Guutuu Dubbisi » -

Qabxiin qormaata biyyooleessaa kan kutaa 10ffaa har’a waaree booda kan bahu tahuu ibsame
Ejansiin Madaallii Barnootaa fi Qormaata Biyyoolessaa akka ibsetti, har’a waaree booda Sa’aa 10:00 (4:00PM) irraa jalqabee barattoonni qabxii qormaata isaanii…
Guutuu Dubbisi »










