header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Balaa Makiinaa magaalaa Finfinneetti muudateen lubbuun nama 2 darbuu fi namoonni 31 miidhamuu gabaafame

Balaan kun kaleessa naannawa sa’aa 12:30tti kan muudate yoo tahu, Awtobisiin Anbassaa ummata fe’atee naannawa Shiroo meedaa irraa gara Kasaanchiis osoo imalaa jiru, makiinaa lakkoofsa koodiin gabatee isaa 03 ta’e waliin waliitti bu’uun, riqicha naannawa bataskaana Isxiifaanoosiitti argamu irraa kan gargale tahuu ibsame.

Balaa kanaan lubbuun nama 2 battalumatti akka dabree fi namoonni 31 immoo miidhamuu, akkasumas lakkoofsi namoota lubbuun dabaree dabaluu akka danda’u gabaafame.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button