Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Manni Marii Walii galaa Dhimma Islaamaa Ityoophiyaa hanqina maallaqaa isa mudateef deeggarsa hawaasa Muuslimaa fi abbootii qabeenyaa gaafate
Walitti qabaan Mana Marii Ulamotaa Muftii Haaji Umar Idriis ibsa har’a kennaniin akka beeksisanitti, majliisni Federaalaa sadarkaa hojjattootaaf mindaa kaffaluu …
Guutuu Dubbisi » -

Addi Bilisummaa Oromoo (Shanee-Gumii) fi mootummaan dhimmoota tokkummaa fi faayidaa ummata Oromoo mirkaneessan irratti kan waliin hojjatan ta’uu beeksisan
Addi Bilisummaa Oromoo (Shanee-Gumii) fi mootummaan dhimmoota tokkummaa fi faayidaa ummata Oromoo mirkaneessan irratti kan waliin hojjatan ta’uu beeksisan…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad hogganaa manaa marii waraana Suudaan waliin mari’ate
Hogganaan mana marii waraana Suudaan Jeneraal Abdulfattaah Burhaan har’a waaree booda Finfinnee kan seene yoo tahu, muummichi ministeeraa Dr. Abiy…
Guutuu Dubbisi » -

Hogganaan Mana Marii Ce’umsaa Waraanaa Suudaan Jeneraal Abdul Fattaah Al Burhaan Finfinnee seene
Jilli mana marii waraana Suudaan Jeneraal Abdul Fattaah Al Burhaaniin hogganamu har’a waaree booda buufata Xiyyaaraa Boolee yeroo ga’etti, Ministeera…
Guutuu Dubbisi » -

Qondaalli naannoo Somaalee duraanii tokko Somaaliyaa keessatti qabamee Ityoophiyaaf dabarfamee kan kenname tahuu beekame
Itti gaafatamaan mana hidhaa Jeel Ogaadeen kan duraanii Koloneel Hasan Ismaa’il Ibraahim Somaaliyaa keessatti qabamee ityoophiyaaf kan kenname yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Ijaarsa Seeraan alaa magaalatti keessatti babal’ate diiguuf qophii xumuruu beeksise
Itti aanaa kantiibaa magaalaa Finfinnee Injinar Taakkalaa Uumaa dhimmicharratti guyyaa har’aa qaamolee nageenyaa waliin kan mari’ate yoo tahu, lammiileen kutaalee…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Haroo Dumaalitti mata duree Araaraa fi Walitti dhufeenya jedhuun Konfiransiin guddaan geggeeffame
Konfiransiin kun dargaggoota Muslimaa godina Baalee magaalaa Haroo Dumaalitiin kan qophaa’e yoo ta’u, kaayyoon isaa rakkoo hawaasa jidduu ture hiikuu,…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeeraa Dr. Abiy Ahmad Baankiin Islaamaa akka hundeeffamu mootummaan deeggarsa ni godha jedhe
Sagantaa Ifxaaraa Manni Marii dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa guyyaa hardhaa galma barkumeetti qopheesse irratti, Ulamaa’onni gurguddoon biyya keenyaa, qondaaltonni mootummaa,dippiloomaatonni biyyoota…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Naannoon Oromiyaa hidhamtoota 7,029f dhiifama godhuu beeksise
Itti aanaan preezdaantii naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa ibsa har’a kenneen akka jedhetti, hidhamtoonni dhiifamni godhameef warra mana hidhaa keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

Albamni Nashiidaa Munshid Jamaal Mangistuu galma bulchiinsa magaalaa Shaashamanneetti haala oowwaa ta’een eebbifamaa jira
Munshid Jamaal Mangistuu deeggarsa Jaarmaya Sumayyootaafii Bilaalotaatiin albama nashiidaa Haruuzaa kan qopheesse yoo tahu, Albamni nashiidaa kun guyyaa har’aa bakka…
Guutuu Dubbisi »










