Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Barattoonni Muslimaa Inistitiyuutii Teknoloojii Jimmaa lagannaa nyaataa irratti argamu
Barattoonni muslimaa Yunivarsiitii Jimmaa iddoon nyaataa akka isaanii mijaahuuf yeroo dheeraaf bulchiinsa Yunivirstichaa kan gaafataa turan yoo tahu, hoggantoonni dhimmichi…
Guutuu Dubbisi » -

Madrasaan Al Aqsaa kan magaalaa Adaamaatti argamu barattoota barsiisaa ture eebbisiise
Magaalaa Adaamaa ganda 03tti kan argamu Madrasaan Al Aqsaa guyyaa hardhaa barattoota waggaa tokkoof barsiisaa ture bifa ho’aan eebbisiisa jira.…
Guutuu Dubbisi » -

Manni marii ulamoota biyyoolessaa Ramadaana ilaalchisee ibsa kenne
Ibsa Waajjira majlisa Federaalaa keessatti kenname kanaan, walitti qabaan mana marii ulamootaa Mufti Haji Umar Idriis umanni muslimaa fi hoggantoonni…
Guutuu Dubbisi » -

Korri Ulamaa’otaa milkiin xumurame
Korri Ulamaa’otaa har’a Ebla 23/2019 magaalaa Finfinnee hoteela Sharaatanitti geggeeffame milkiin xumurame. Korri seena qabeessi kun miseensota mana maree ulamaa’otaa…
Guutuu Dubbisi » -

Korri Ulamaa’otaa milkiin xumurame
Korri ulamaa’otaa koree jijjiirama dhaabbilee hawaasa muslimaatiin har’a magaalaa Finfinnee hoteela Sharaatan keessatti geggeeffame milkiin xumurame. Sanadiin koreen jijjiirama dhaabbilee…
Guutuu Dubbisi » -

Koreen jijjiirama dhaabbilee hawaasa muslimaa kora Arba’aa boruu gaggeeffamuuf qophii xumuruu beeksiise
Koreen jijjiirama dhaabbilee hawaasa muslimaa ji’a 9 dura Mummicha ministera Dr Abiy Ahmadiin hundeeffame, torbee dabre hojii haga hardhaatti hojjataa…
Guutuu Dubbisi » -

Majliisni seeraan alaa kora koreen jijjiirama dhaabbiilee hawaasa muslimaa qopheesse gufachiisuuf socho’aa jiraatuun beekame
Prezdaantiin mana marii dhimmoota Islaamaa Sheikh Muhammad Amiin Jamal aangoo lakkisuuf xalayaan kan galfate tahuu Addis TV’n gaabse. Sheik Muhammad…
Guutuu Dubbisi » -

“‹”‹”‹”‹Sagantaan Eebba TV Nuuralhudaa godina Arsii Magaalaa Roobeetti geggeeffame
Sagantaan eebba TV Nuuralhudaa hawaasa muslimaa godina Arsii magaalaa Roobeetiin qophaa’e, guyyaa hardhaa bifa ho’aa ta’een masjiida Toofiiqitti geggeeffame. Sagantaa…
Guutuu Dubbisi » -

Gamtaan Ulamaa’ota Harargee Ibsa Koreen Jijjiirama Dhaabbilee Hawaasa Muslimaa baase ilaalchisee ibsa ijjannoo qabxii afur qabu baase
Koreen jijjiirama dhaabbilee hawaasa muslimaa miseensoota 9 qabu ibsa Kamiisa dabre baase irratti hojii hojjataa ture akka xumuree fi Ebla…
Guutuu Dubbisi »










