Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Magaalaa Diksiisitti Sagantaan Muhaadaraa guddaan geggeeffame
Godina Arsii aanaa Diksiis magaalaa Diksiisitti sagantaan muhaadaraa guddaan guyyaa har’aa kan geggeeffame yoo tahu, sagantaan kun Jama’aa Daarul-Salaam jedhamu …
Guutuu Dubbisi » -

Koreen Furmaata Barbaadduu Hawaasa Muslimaa, “Majliisni dhaaba muslimoota hunda hammatu tahuu qaba”jechuun ibsa baase
Ibsa koreen jijjiirama dhaabbilee hawaasa muslimaa muummicha ministeeraa Dr Abiy Ahmadiin hundeeffame Khamiisa dheengaddaa baase hordofuun, Koreen furmaata barbaadduu hawaasa…
Guutuu Dubbisi » -

Koreen jijjiirama dhaabbilee hawaasa muslimaa miidiyaaf ibsa kenne
Koreen kun ibsa guyyaa hardhaa gaazexeessotaa kenne irratti, hojii haga hardhaa hojjataa ture xumuruun ebla 23/2011 Hoteela Sharaatanitti konfiransiin walii…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalota Oromiyaa heddu keessatti umanni qondaaltota ODP balaaleffatuun mormii geggeesse
Qondaaltonni ODP dhiheenya kana muudaman marii Wallaggaa fi Ambo keessatti geggeessan irratti, yakka dur ummata Oromoo irratti raawwatame haaluu fi…
Guutuu Dubbisi » -

Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenya Oromiyaa, tarkaanfii hawaasni Muslimaa godina Harargee Bahaa Majliisa seeraan alaa irratti fudhate hordofuun xalayaa akeekkachiisaa barreese
Hawaasni muslimaa waltajjiiwwan gara garaa irratti Mummicha ministeraa irraa hanga qondaaltota sadarkaa gadii jiraniif, hoggantoota isaa filatuu akka danda’u deeggarsa…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan Simannaa Jila Ulamaa’ota Biyya Alaa irraa dhufanii Magaalaa Adaamaatti geggeeffame
Jilli Ulamaa’ota biyya keenyaa Sheikh Bashiir Usmaaniin durfamu biyyoota gara garaa irraa walitti dhufuun dhiheenya gara biyyaa dhufuun isaanii ni…
Guutuu Dubbisi » -

Konfiransiin Islaamaa guddaan Magaalaa Naqmteetti haala ho’aa taheen geggeeffamaa jira
Kaayyoon konfiransii kanaa Yunivarsiitii Islaamaa Wallaggaa ijaaramaa jiruuf galii walitti qabuu yoo tahu, ulamaa’onni fi ustaazonni akkasumasa hawaasni muslimaa magaalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Markazni Furqaan Barattoota 130 Hifzii Qur’anaatiin Eebbisiise
Markazni Furqaan Godina Arsii Aanaa Dodolaa ganda Tulluu Alaawansootti kan argamu yoo tahu, yeroo dheeraaf waggaa waggaan barattoota isaa eebbisiisaa…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Mi’eessootti sagantaan cufiinsa Madrasaa Shamsul Islaam geggeeffame
Madrsaan Shamsula Islaam kan godina Harargee Lixaa Magaalaa Mi’eessootti argamu baatii Ramadaanaa seenaa jiru sababeefachuun sirna cufiinsa madrasaa kan geggeesse…
Guutuu Dubbisi » -

“‹”‹Hawaasni Muslimaa Godina Harargee Bahaa hoggantoota Majliisa seeraan alaa kaasuun, hoggantoota ofii isaa filate
Godina Harargee Bahaa magaalaa Hararitti guyyaa kaleessa iddoo bakka bu’oonni hawaasa aanaalee godinicha adda adda irra dhufan fi Ulama’oonni gurguddoon…
Guutuu Dubbisi »










