Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Barattoonni mana barumsa Jeneraal Waaqoo Guutuu jumlaan dhukkubsatanii kan yaalamaa jiran tahuu beekame
Baratto onni Mana Barumsa Jeneraal Waaqoo Guutuu kan magaalaa Finfinnee naannawa Beetalitti argamuu jumlaan dhukkubsatanii manneen yaalaa naannichaatti kan yaalamaa…
Guutuu Dubbisi » -

Obbo Shimallis Abdiisaa hogganaa mootummaa naannoo Oromiyaa tahuun muudame
Caffeen Oromiyaa Yaa’ii ariifachiisaa hardha geggeesseen Obbo Shimallis Abdiisaa Itti aanaa Prezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa godhuun muude. Prezdaantiin mootummaa naannoo…
Guutuu Dubbisi » -

Caffeen Oromiyaa wal gahii ariifachiisaa geggeessaa jira
Caffeen Oromiyaa har’a waaree booda wal gahii ariifachiisaa kan geggessaa jiru yoo tahu, manni marichaa wal gahii kanaan Prezdaantii Mootummaa…
Guutuu Dubbisi » -

Paarlaaamaan Ityoophiyaa muudama ministeerota Sadi raggaasise
Prezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Lammaa Magarsaa Ministeera Ittisa Biyyaa tahuun muudame. Ministeerri Ittisaa duraanii Aadde A’ishaa Muhammad ministeera Ijaarsa…
Guutuu Dubbisi » -

Poolisoonni magaalaa Asallaa Barattoota Fayyaa Yunivarsiitii Arsii irratti reebicha raawwatan
Barattoonni ogummaa Fayyaa Yunivarsiitii Arsii guyyaa har’aa komii gama bulchiinsaa fi haala barnootaatiin wal qabateĀ dhageessisuuf hiriira kan bahan yoo…
Guutuu Dubbisi » -

Reebicha Masjiida Abdulqaadiritti raawwatame hoggantoonni majliisa magaalaa Finfinnee harka keessaa qabatuu beekame
Manni marii dhimmoota Islaamaa magaalaa Finfinnee ( majliisni seeraan alaa) barreeffama fuula feesbuuka isaa irratti maxxanseen, guyyaa hardhaa dhimma nageenya…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Finfinnee Masjiida Abdulqaadiritti Poolisoonni Federaalaa reebicha raawwatan
Masjiidni Abdulqaadir magaalaa Finfinnee naannawa Qaalittiitti kan argamu yoo tahu, Poolisoonni Federaalaa fi magaalaa Finfinnee masjiida keessa seenuun reebicha raawwataniin…
Guutuu Dubbisi » -

Dooniin lammilee Ityoophiyaa 70 ol fe’attee Galaana Diimaa irra imalaa turte dhidhimuu gabaafame
Dooniin tun lammiilee Ityoophiyaa fe’attee Jibuutii irraa gara Yaman kan imalaa turte yoo tahu, halkan Sabtii dabree galaana Diimaa keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

Konfiransiin Nageenyaa Naannoo Amaaraa Godina Oromoo Magaalaa Baatee keessatti geggeeffamaa jira
Kaayyoon konfiransiin kanaa wal dhabbii ummata Oromoo walloo fi ummata Affaar jidduu ture araaraan furuu yoo tahu, ulaamaa’onni fi ustaazonni…
Guutuu Dubbisi » -

Markazni Daarul Arqam barattoota Hifzii qur’aanaa barsiisaa ture eebbisisse
Markazni Daarul Arqam Kan magaalaa Baddeessaatti argamu guyya kaleessa barattoota Hifzii Qur’aanaatiin barsiisaa ture kan eebbisiise yoo tahu, sagantaa eebbaa…
Guutuu Dubbisi »










