Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Ulamaa’onni gurguddoon Godina Harargee Lixaa gocha seeraan alaa amantaa dawoo godhatuun raawwatamu kan balaleeffatan tahuu ibsan
Godina Harargee lixaa magaalaa Ciroo keessaatti ulamaa’otaa fi hawaasni muslimaa aanaalee gara garaa irraa walitti dhufuun marii guyyaa sadihii kan…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Harargee Bahaa Aanaa Baabbileetti Konfiransiin nageenyaa geggeeffame
Godina Harargee Bahaa aanaa Baabbileetti waldhabbii kanaan dura hawaasa daangaa naannolee Oromiya fi Somaalee irra jiraatu jiddutti muudatee ture araaraan…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Dingateetti Sagantaan Muhaadaraa guddaan geggeeffame
Godina Harargee lixaa aanaa Gammachiis magaalaa Dingateetti guyyaa hardhaa Sagantaan Muhaadaraa guddaan kan geggeeffame yoo tahu, sagantaa kana irratti jila…
Guutuu Dubbisi » -

Konfiransii guddaa Magaalaa Mattuutti geggeeffamuuf qophiin xumurame
Godina iluu Abbaa Boor magaalaa Mattuutti Konfiransiin Islaamaa guddaan Ulamaa’onni gurguddoon biyya keenyaa, Ustaazonni fi keessummoonni iddoo gara garaa irraa…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Jimmaa Magaalaa Sigimootti Sagantaan Muhaadaraa guddaan geggeeffame
Sagantaa Muhaadaraa guddaa guyyaa hardhaa geggeeffame kana irratti hawaasni muslimaa naannichaatii fi akkasumas keessummoonni heddu iddoo gara garaa irraa affeeraman…
Guutuu Dubbisi » -

Aanaa Cinaaqsanitti Konfiransiin Nageenyaa geggeeffame
Kaayyoon Konfiransii Godina Harargee bahaa aanaa Cinaaqsanitti qophaahe kanaa, wal dhabbii dhalatootta Oromoo fi Somaalee naannawa san jiraatan jidduu ture…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeeraa, ADWUI fi Paartiilee deeggartootaa walitti makuun Paartii biyyoolessaa tokko hundeessuuf kan hojjaatamaa jiru tahuu beeksise
Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad guyyaa hardhaa hoggantootaa fi miseensota paartilee deggartoota ADWUI tahan, kanneen naannolee Affaar, Benshaangul gumuz, Soomalee…
Guutuu Dubbisi » -

Sheikh Muhammad Huseen Qumbii Magaalaa Itayyaatti qubsiifaman
Aalimni guddaan biyya keenyaa naannawa Adaabbaatti barattoota ilmii heddu barsiisaa turan Sheikh Muhammad Huseen Qumbii, guyyaa kaleessaa godina Arsii Aanaa…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Harargee Lixaa keessatti namoota amantaa dawoo godhatuun hawaasa jeeqaa turan irratti adabbiin hidhaa waggaa lamaa murteeffame
Godina Harargee lixaatti manni murtii aanaa Odaa Bultum dhaddacha guyyaa har’aa ooleen, garee amantaa Waaqeffannaa dawoo godhatuun hawaasa magaalaa Baddeeysaa…
Guutuu Dubbisi » -

Jiraattonni magaalaa Galamsoo hiriira mormii geggeessan
Godina Harargee lixaa magaalaa Galamsoo keessatti ummanni ganama hardhaa hoggantoota aanichaa mormuun hiriira kan bahe akka taheefi, dhaadannoowwan adda addaa…
Guutuu Dubbisi »










