Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Waraanni Makkalaakayaa Godina Booranaa aanaa Miyoo keessatti namoota shan ajjeese
Godina Booranaa aanaa Miyoo magaalaa Hiddii Lolaatti kaleessa galgala waraanni makkalaakayaa namoota Aruuzaa galaa turan irratti dhukaasuun misirroota lamaan, dabalatee…
Guutuu Dubbisi » -

Koreen Jiijjirama dhaabbiilee hawaasa muslimaa irratti hojjataa jiru ibsa kan kennu tahuu beeksise
Koreen miseensota sagal qabu kan dhimmoota hawaasa muslimaa irratti qorannoo geggeessuuf hundaaye, haala adeemsa hujii hanga ammaa ture irratti Khamiisa…
Guutuu Dubbisi » -

Koreen Araara ABO fi Mootummaa raawwachiisuuf dhaabbate Ibsa kenne
Koreen Araaraa ABO fi mootummaa raawwachiisuuf hundeeffame, adeemsi raawwii hidhattoota ABO-shanee hiikkachiisuu maal irra akka jiru galagala kana ibsa miidiyaaf…
Guutuu Dubbisi » -

Masjiidota Magaalaa Istee keessatti gubaman deebisanii ijaaruuf deeggarsi godhame
Naannoo Amaaraa kibba Gondar magaalaa Isteetti masjiidonni lama, akkasumas magaalaa Jarraa Gadduu jedhamtutti masjiidni tokko walumaa galatti masjiidonni sadi, torbee…
Guutuu Dubbisi » -

Naannoo Amaaraa Kibba Goondar keessatti Masjiidni gubame
Naannoo Amaaraa Kibba Gondar magaalaa Isteetti Alhada torbaan kaleessaa hordoftoota amantaa birootiin masjiidonni lama gubamuu gabaasuun keenna ni yaadatama. Haaluma…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Kalalaatti Sagantaan Da’awaa guddaan geggeeffame
Naannoo Amaaraa Godina Walloo Kibbaa magaalaa Kalalaatti sagantaan Da’awaa guddaan kan geggeeffame yoo ta’u, keessummoonni iddoo gara garaa irraa dhufan…
Guutuu Dubbisi » -

Konfiransiin guddaan Magaalaa Galamsoo ganda Daalootti geggeeffamaa jira
Konfiransii kana irratti Ulamaa’onni biyya keenyaa gurguddoon iddoo adda addaa irraa dhufan, akkasumas keessummoonni fi hawaasni muslimaa lakkoofsaan hedduu tahe…
Guutuu Dubbisi » -

Injinar Taakkalaa Uumaa qindeessaa gamtaa kantiibota Afrikaa tahuun filatame
Dhaabbata mootummoota Gamtoomanii jalaatti, Ejensiin Gorsaa dhimmoota Afrikaa , Itti aanaa Kantiibaa magaalaa Finfinnee kan ta’e Injinar Taakkalaa Uumaa, qindeessaa…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Maree Naannoo Somaalee mirga himatamuu dhabuu qondaaltota nannichaa 12 kaasuu beeksise
Manni marichaa qondaaltota naannichaa sadarkaa hoggansa ol’aanaa irra turan kanneen sababaan mirga himatamuu dhabuu irraa mulqeef, sarbamiinsa mirgoota dhala namaa…
Guutuu Dubbisi » -

Gaazexeessitoonni masjiidota magaalaa Istee keessatti gubaman ilaaluuf deeman akka hin daaw’anne dhorkaman
Gaazexeessitoonni fi ogeeyyonni TV Zaawiyaa, masjiidota Alhda dabre naannoo Amaaraa kibba Gondar keessatti hordoftoota Amantaa birootiin gubaman ilaalchisee gabaasa hojjatuuf…
Guutuu Dubbisi »










