Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Magaalaa Burraayyuutti mata duree Tokkummaa fi Nageenya jedhuun Sagantaan Da’awaa guddaan geggeeffame
Sagantaan kun Jama’aa Masjiida Nuur kan magaalaa Burraayyuu keessatti argamuutiin kan qophaa’e yoo tahu, ulamaa’oonni gurguddoon biyya keenyaa, Ustaazonni fi…
Guutuu Dubbisi » -

Ijaarsa Kolleejjii Ifaa Islaamaa Xumursiisuuf Sagantaan galii walitti qabuu geggeeffame
Godina Harargee lixaa magaalaa Cirootti kan argamu Markaza Ifaa Islaamaa gara Kolleejjiitti ol guddisuuf ijaarsi kan jalqabame yoo tahu, ijaarsa…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Jimmaa Magaalaa Omoo Nadaatti Konfiransiin Islaamaa guddaan geggeeffame
Kaayyoon Konfiransii kanaa, masjiida guddaa magaalattii keessatti hirmaannaa ummataatiin ijaaramaa jiru xumursiisuuf galii walitti qabuuf kan qophaa’e tahuu odeeyfannoon ni…
Guutuu Dubbisi » -

Jiraattonni Magaalaa Moyyaalee lola dhiheenya kana isaan irratti geggeeffameen miidhaan guddaan kan isaan irra gahe tahuu himan
Lola dhiheenya kana magaalaa Mooyyaalee keessatti hidhattoota naannoo Somaaleetiin raawwatameen, namni heddu ajjeefamuu fi kanneen biroo ammoo miidhamuun ni yaadatama.…
Guutuu Dubbisi » -

Mana Jireenyaa Miseensa Poolisii naannoo Amaaraa tokko keessatti Shugguxiin 498 qabame
Poolisiin Naannoo Amaaraa magaalaa Bahirdaritti sakatta’iinsa mana jireenyaa Poolisa Komaandar Wubatuu Shifarraawu jedhamuu irratti godheen, Shugguxiin 498 too’annaa jala ooluu…
Guutuu Dubbisi » -

Haroo Xaanaa keessatti Bidiruun namoota 9 fe’attee imalaa turte dhidhimuu gabaafame
Bidiruun naannawa Bahaar Daar irraa namoota 9 fe’attee gara iddoola Daqi jedhamtutti imalaa turte, ganama har’aa dhidhimuun namoonni saglanuu achi…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan Da’awaa guddaan magaalaa Hararii fi magaalaa Daseetti geggeeffame
Sagantaan da’awaa magaalaa Harar, Istaadiyoomii Imaamu Ahmad keessatti kan geggeeffame yoo tahu, jiraattonni magaalaa Hararii fi naannawa sanii kumaatamaan lakkaahaman…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa hidhattoonni naannoo Affaar aanaa Baatee keessatti raawwataniin namni 5 ajjeefame
Naannoo Amaaraa godina Addaa Oromoo aanaa Baatee keessatti guyyoota sadan darban hidhattonni naannoo Affaar daangaa ce’uun haleellaa raawwataa kan jiran…
Guutuu Dubbisi » -

Walitti Bu’iinsa Magaalaa Fincaa’aa keessatti muudateen lubbuun nama 11 oli galaafatame
Godina Gujii lixaa aanaa Dugdaa Daawwaa magaalaa Fincaa’aa keessatti jum’aa hardhaa waaree booda walitti bu’iinsa waraana Makkalaakayaa fi hidhattoota Adda…
Guutuu Dubbisi » -

Aanaa Gololchaa Magaalaa Caancootti sagantaan simannaa Ustaaz Abdurrahmaan Huseen gaggeeffame
Godina Arsii aanaa Gololchaa magaalaa Caancootti guyyaa har’aa Sagantaan simannaa Ustaaz Abdurrahmaan Huseen kan geggeefame yoo tahu, sagantaa kanarratti Ustaaz…
Guutuu Dubbisi »










