Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Namtichi nama du’e ni kaasa jechuun qabriin akka qotamee banamu godhe hidhame
Godina Wallaggaa Bahaa aanaa Limmuu magaalaa Galiilaatti namni Geetaayaawuqaal Ayyalaa jedhamu, nama Balaay Biiftuu jedhamu kan Wixata dabre du’e eega…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni Liyyuu Poolisii Jum’aa har’aa weerara Aanaa Cinaaqsan keessatti raawwateen yoo xiqqaate lubbuu namoota 4 galaafate
Waraanni Liyyuu poolisii naannoo Somaalee ganama har’aa Aanaa Cinaaqasan Araddaa Turqaleeyyii weeraruun lola bananiin yoo xiqqaate namoonni 4 akka ajjeefamanii…
Guutuu Dubbisi » -

Jama’aan Masjiida Abubakar kan magaalaa Adaamaa iyyannoo isaanii qama dhimmi ilaaluuf dhiyeessan
Miseensonni koree masjiidaa lama da’awaan masjiida keessatti akka hin godhamne dhoorkuu isaaniitiin jeequmsi kan ka’ee ture tahuu Isiiniif gabaasuun keenya…
Guutuu Dubbisi » -

Koreen Dhimma Hawaasa Muslimaa irratti Qorannoo akka geggeessu hundeeffame ibsa Gaazexeessotaaf kenne
Koreen miseensota 9 qabu kun dhimma hawaasa muslimaa irratti qorannoo geggeessuun rakkoolee hawaasichaatiif yaada furmaataa akka qopheessuuf muummicha ministeeraatiin kan…
Guutuu Dubbisi » -

Samayaawii Paartiin Alaabaa Ityoophiyaa irraa urjiin akka kaafamu gaafate
Dhaabbatichi ibsa guyyaa kaleessaa baaseen; alaabaan biyyattii kan maallatoo Urjii jidduurraa qabu ummata biyyattii kan bakka hin buunee fi fudhatama…
Guutuu Dubbisi » -

Masjiida Abubakar Kan Adaamatti argamutti Da’awaan akka hin godhamne dhoorkame
Masjiidni Abubakar Adaamaa ganda 11 kan argamu yoo tahu, namoonni lama kanneen miseensa koree Masjiidichaa turan Obbo Abdussalaam Amaanii fi…
Guutuu Dubbisi » -

Kafaltiin imala Hajjii bara kanaa Birrii 93,000tti gad buufame.
Kafaltiin imala Hajjii bara kanaa sababa Sharafni doolaaraa dabale jedhuun birrii 98,000 tahuu hoggantooni majliisa seeraan ala labsuun ni yaadatama.…
Guutuu Dubbisi » -

Makkalaakayaan daangaa Naannoo Somaalee fi Oromiyaa keessatti hujii too’annoo fi tasgabbii jalqabuu beeksise.
Ministeerri Ittisa Biyyaa Obboo Mootummaa Maqaasaa ibsa guyyaa har’aa kenneen, “ajaja muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad dabarse hordofuun, raayyaan Ittisaa…
Guutuu Dubbisi » -

Injinar Taakkalaa Uumaa Itti Aanaa Kantiibaa maagaalaa Finfinnee ta’uun muudame
Injinar Taakkalaa Uumaa Itti gaafatmaa Biiroo Geejjiba Oromiyaa kan ture yoo tahu, Manni Marii magaala Finfinnee walgahii ariifachiisaa guyyaa har’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Itoophiyaan buufata Asab fayyadamuuf sochii jalqabde
Dubbi himaan Ministeera Haajaa Alaa obbo Mallas Alam har’a ibsa kenneen, “Itoophiyaan buufata Asab fayyadamuuf sochii jalqabdee jirti”jedhe. Sochiilee qabatamaan…
Guutuu Dubbisi »










