Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Paarlaamaan Ityoophiyaa walgahii ariifachiisa geggeesseen bajata bara 2012 raggaasise
Paarlaamaan Walgahii guyyaa har’aa geggeesseen karoora bajata bara 2012 dhiyaateef irratti mari’achuun sagalee guutuun raggaasise. Haaluma kanaan Manni Maree Bakka…
Guutuu Dubbisi » -

Bidruun baqattoota fe’atte waliin galaana irratti ugguramtee turte Xaaliyaan seente
Dhaabbannii baqattoota gargaaru kan Mediterranean Serving Human jedhamuun beekamu, Khamiisa dabre Bidiruun dhaabbatichaa baqattoota 54 kanneen balaa galaana Medtiraaniyaan irratti…
Guutuu Dubbisi » -

Iiraan Markabni Briteeniin uggurame hatattamaan yoo kan hin lakkifamneef tahe, tarkaanfii haloo bahuu kan fudhattu tahuu akeekkachiiste
Humni galaana Briteen Khamiisa dabre Markaba Iiraan qoqqobbii gamtaa Awrooppaa cabsuun boba’aa fe’attee gara Suuriyaa imalaa turte, qarqara Gibraltar keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad badhaasa nageenyaa ‘UNESCO Peace Prize”jedhamu injifate
Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad eega gara aangootti dhufe asitti jijjirama biyya keessatti dhufaa jiru hogganuun, akkasumas naannawa baha Afrikaa…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Marii Waraana Suudaan fi Gamtaan Mormitootaa aangoo mootummaa ce’umsaa addaa qoodachuuf walii galan
Qondaaltonni waraana biyyattii fi hoggantoonni gamtaa mormitootaa guyyaa lamaan dabran wixinee araaraa Ityoophiyaan Gamtaa Afrikaa waliin qopheessite irratti kan mari’ataa…
Guutuu Dubbisi » -

Balaan ibiddaa Doonii Raashiyaa muudate lubbuu nama 14 galaafate
Dooniin Raashiyaa humna Baatrii Niwkilariitiin Sochootu garba Arktik keessatti qorannoo addaa kan gaggeessaa turte yoo tahu, balaa ibiddaa Baatrii irraa…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Marii dhalattoota Ityoophiyaa Ameerikaa keessa jiraatanii, namoota miidiyaalee haawasa irratti haasawa jibbansaa geggeessan seraan gaafachiisuuf sochii jalqabuu ibse
Dubbii himaan mana marii dhalattoota Ityoophiyaa Ameerikaa keessatti argamuu Obbo Amsaaluu Tsaggaayee ejeensii Odeeyfannoo Ityoophiyaatiif akka ibseeti, “Manni Marichaa mirga…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Magaalaa Finfinnee Walgahii ariifachiisaa geggeesse
Manni marichaa walgahii ariifachiisaa guyyaa Kaleessaa geggeesseen, gabaasa raawwii hujii ji’oota jahan dabranii dhageeffachuun irratti mari’atee jira. Walgahii kana…
Guutuu Dubbisi »










