Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Eertiraan Mana Maree Waraana Suudaan kan deeggartu tahuu beeksiste
Hogganaan mana maree ce’umsaa waraana Suudaan Jeneraal Abdulfattaah al-Burhaan, Jum’aa kaleessaa gara Asmaraa imaluun prezdaantii Eertiraa Isaayyaas Afawarqii waliin kan…
Guutuu Dubbisi » -

“‹”‹Majliisa Naannoo Oromiyaatiif hoggantoonni haaraya muudamuu beekame
Manni mare dhimmoota Islaamaa hoggantoota majliisa naannoo Oromiyaa duraanii hunda aangoo irraa buusuun, hoggantoota haaraya muude. Haaluma kanaan hoggantoota Majliisaa…
Guutuu Dubbisi » -

Dhibeen Iboolaa ammas akka haarayaatti Koongoo-DRC irraa gara biyyoota ollaa babal’ataa jirachuun ibsame
Dhibee iboolaa ji’oota muraasa dura Koongoo DRC keessatti ka’een, yoo xiqqaate namoonni 1400 du’uu ibsame ture. Amma ammoo dhibeen kun…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Buraayyuu keessatti manni fincaanii jiguun lubbuun ijoollee afurii dabre
Godina Addaa Naannawa Finfinnee magaalaa Buraayyuu naannoo Malkaa Gafarsaa, mana barumsaa oolmaa daa’immanii Haroos Akkaadaamii jedhamu keessatti, Khamiisa kaleessaa manni…
Guutuu Dubbisi » -

Maaleezhiyaan Dr. Zaakir Naayik Indiyaaf dabarsitee kan hin kennine tahuu beeksiste
Mootummaan Indiyaa bara 2016 irraa eegalee hayyuu Islaamaa Dr. Zaakir Naayik irratti, himannaa dharaa “namoota Shororkeessummaaf kakaasuu fi maallaqa seeraan…
Guutuu Dubbisi » -

Galoo Galaana Omaan keessatti Markaboonni lama rukutamuu gabaafame
Markaboota lamaan jidduu takkaa Abu Dabii irraa gara Taaywaan kan imalaa turte yoo tahu, tan lammataa ammoo Sa’uudii irraa gara…
Guutuu Dubbisi » -

Kaayyoon hedduu fuudhuu karaa godhamteef maali?
Qophii: Usmaan Abdullaxiif Haqa isaanii eeguu dandeenyaan Shari’aan Islaamaa dhiiraaf hiree takkaa ol fuudhuu lafa keessee jirti. Hedduu fuudhuun karaa…
Guutuu Dubbisi » -

Konfiransiin Ulamaa’ota Godina Baalee Magaalaa Roobeetti geggeeffamaa jira
Konfiransiin kun guyyaa kaleessaa kan jalqabame yoo tahu, hanga guyyaa boruutti itti fufa. Konfiransii kana irratti Ulamaa’onni 200 ol aanaalee…
Guutuu Dubbisi » -

Aalimni guddaan Sheikh Amaan Sheikh Hasan Muhammad gama ganda aakhiraa godaanan
Sheikh Amaan Sheikh Hasan Muhammad (Sheikh Amaan Marfoo) Yeroo dheeraaf Magaalaa Adaamaa Masjiida Abubakar keessatti barnoota diin Islaamaa hawaasa isaanii…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa Finciltoonni Huusii buufata Xiyyaara Sa’uudii irratti raawwataniin yoo xiqqaate namoonni 26 madaayan
Dubbi himaan Gamtaa Waraana Arabaa Koloneel Turki Al-Maliki ejensii odeeyfannoo Sa’uudiitiif akka ibsetti, finciltoonni Huusii Kibba Baha Saa’uudii buufata xiyyaara…
Guutuu Dubbisi »










