Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Koreen jijjiirama dhaabbilee hawaasa muslimaa kora Arba’aa boruu gaggeeffamuuf qophii xumuruu beeksiise
Koreen jijjiirama dhaabbilee hawaasa muslimaa ji’a 9 dura Mummicha ministera Dr Abiy Ahmadiin hundeeffame, torbee dabre hojii haga hardhaatti hojjataa…
Guutuu Dubbisi » -

Majliisni seeraan alaa kora koreen jijjiirama dhaabbiilee hawaasa muslimaa qopheesse gufachiisuuf socho’aa jiraatuun beekame
Prezdaantiin mana marii dhimmoota Islaamaa Sheikh Muhammad Amiin Jamal aangoo lakkisuuf xalayaan kan galfate tahuu Addis TV’n gaabse. Sheik Muhammad…
Guutuu Dubbisi » -

“‹”‹”‹”‹Sagantaan Eebba TV Nuuralhudaa godina Arsii Magaalaa Roobeetti geggeeffame
Sagantaan eebba TV Nuuralhudaa hawaasa muslimaa godina Arsii magaalaa Roobeetiin qophaa’e, guyyaa hardhaa bifa ho’aa ta’een masjiida Toofiiqitti geggeeffame. Sagantaa…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Marii Waraana Suudaan fi Paartiileen Siyaasa biyyattii mootummaa ce’umsaa qaamota hunda hammatu hundeessuuf walii galan
Waraanni Suudaan March11/2019 prezdaant Umar Hasan Al-Bashiir taayitaa irraa fonqolchuun, hanga filannoon geggeeffamutti mana marii waraanaa waggaa lamaaf biyya bulchu…
Guutuu Dubbisi » -

Gamtaan Ulamaa’ota Harargee Ibsa Koreen Jijjiirama Dhaabbilee Hawaasa Muslimaa baase ilaalchisee ibsa ijjannoo qabxii afur qabu baase
Koreen jijjiirama dhaabbilee hawaasa muslimaa miseensoota 9 qabu ibsa Kamiisa dabre baase irratti hojii hojjataa ture akka xumuree fi Ebla…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Diksiisitti Sagantaan Muhaadaraa guddaan geggeeffame
Godina Arsii aanaa Diksiis magaalaa Diksiisitti sagantaan muhaadaraa guddaan guyyaa har’aa kan geggeeffame yoo tahu, sagantaan kun Jama’aa Daarul-Salaam jedhamu …
Guutuu Dubbisi » -

Koreen Furmaata Barbaadduu Hawaasa Muslimaa, “Majliisni dhaaba muslimoota hunda hammatu tahuu qaba”jechuun ibsa baase
Ibsa koreen jijjiirama dhaabbilee hawaasa muslimaa muummicha ministeeraa Dr Abiy Ahmadiin hundeeffame Khamiisa dheengaddaa baase hordofuun, Koreen furmaata barbaadduu hawaasa…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli mootummaa Ityoophiyaa Dr.Abiy Ahmadiin durfamu Foramii Belt and Road Initiative Chaayinatti geggeeffamaa jiru irratti hirmaataa jira
Sirna baniinsaa kana irratti Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad haasaya godheen, “daandiin baaburaa Finfinnee hanga Jibuutitti diriirfame, gumaachi inni daldala…
Guutuu Dubbisi » -

Hogganaan Kooriyaa Kaabaa gara Raashiyaa imaluun prezdaant Viladmiir Putiin waliin mari’ate
Hoggantoonni lamaan Khmiisa har’aa magaalaa Vladivostok jedhamtu keessatti mariiin geggeessan dhimma Niwkilarii Kooriyaa kaabaa irratti kan xiyyeeffate tahuu odeeyfannoon ni…
Guutuu Dubbisi » -

Koreen jijjiirama dhaabbilee hawaasa muslimaa miidiyaaf ibsa kenne
Koreen kun ibsa guyyaa hardhaa gaazexeessotaa kenne irratti, hojii haga hardhaa hojjataa ture xumuruun ebla 23/2011 Hoteela Sharaatanitti konfiransiin walii…
Guutuu Dubbisi »










