Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Konfiransiin Nageenya fi Tokkummaa Magaalaa Chaagniitti gaggeeffamuuf ture hoggantoonni Majliisaa akka hin geggeeffamne kan yaalaa jiran tahuu gabaafame
Konfiransiin mata duree Nageenya fi Tokkummaa jedhuun guyyaa har’aa naannoo Amaaraa magaalaa Chaaginii masjiida Al-Rahmaanitti geeggeeffamuuf karoorfame kan ture yoo…
Guutuu Dubbisi » -

Hundessaan dhaabbata WikiLeaks Julian Assange too’annaa poolisoota UK jala ooluu gaabaafame
Dhaabbanni WikiLeaks icitiiwwan biyyootaa fi hoggantoota gara garaa saaxilaa kan ture yoo tahu, kanuma hordofuun Ameerikaa dabalatee biyyoonni heddu hundeessaa…
Guutuu Dubbisi » -

BREAKING: Waraanni Suudaan prezdaant Umar Hasan Al-Bashiir taayitaa irraa buusuu gabaafame
Qondaaltonni waraana biyyattii sa’aa muraasa booda gama Televizhiina biyyoolessaatiin dhimmicha irratti ibsa kan kennan tahuu ejensiin odeeyfannoo biyyattii beeksise. Prezdaantichi…
Guutuu Dubbisi » -

Ministeerri Nageenyaa Xalayaan maqaa Isaatiin hoggantooni Majliisaa facaasan kan isa hin ilaallanne tahuu ibse
Torbee kana keessa hoggantoonni majliisaa gara naannolee bobba’uun shira xaxaa jiraatuu gabaasne turre. Guyyaa lama duras hoggantoonni majliisaa kunniin garee…
Guutuu Dubbisi » -

Mormiin ummataa ji’a shan dura mootummaa Suudaan irratti jalqabame akkuma itti fufetti jira
Prezdaantiin Suudaan Umar Al-Bashiir mormii ummataa biyyattii keessatti hammaataa dhufe hordofuun, filannoo bara dhufuu booda taayitaa prezdaantummaa kan lakkisu tahuu…
Guutuu Dubbisi » -

Gamtaan Awrooppaa deeggarsa maallaqaa Yuuroo miiliyoona 10 Ityoophiyaa kenne
Bakka buutonni mootummaa Ityoophiyaa fi Komiishiniin Awrooppaa Arba’aa har’aa walii galtee deeggarsaa Yuuroo miiliyoona 10 kan walii mallatteessan tahuu gabaafame.…
Guutuu Dubbisi » -

BREAKING: Majliisni seeraan alaa mootummaa waliin tahuun Nannoo Hararii keessatti shira xaxaa jiraatuu beekame
Ummanni naannoo Hararii kanaan dura hoggantoota majliisa seeraan alaa buusuun, hoggantoota ofii kan filate tahuun ni yaadatama. Haata’u malee majliisni…
Guutuu Dubbisi » -

Markazni Nuur Barattoota 180 Hifzii Qur’aanaatiin Eebbisiise
Markazni Hifzii Qur’aanaa Nuur Godina Bunoo Baddallee magaalaa Coorraatti kan argamu yoo tahu, guyyaa kaleessaa April 7/2019 barattoota 180 kanneen…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Baaleetti Ummanni magaalaa Roobee hiriira deeggarsa ummata Walloo geggeessaa jira
Uammanni Godina Baalee magaalaa Roobee haleellaa Liyyuu hayliin Amaaraa fi hidhattoonni naannichaa ummata Oromoo Walloo irratti geggeessaa jiran balaaleffatuun hiriira…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Wallaggaa Lixaa Aanaa Haaruu Magaalaa Jiituutti Konfiransiin guddaan geggeeffame
Kaayyoon Konfiransii kanaa ijaarsa masjiida Al-Nuur kan yeroo dheeraa dura jalqabamee dhaabbate xumursiisuuf galii walitti qabuu yoo tahu, hawaasni muslimaa…
Guutuu Dubbisi »










