Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Naannoo Kibbaa magaalaa Hawaasaatti sagantaan muhaadaraa guddaan geggeeffamaa jira
Sagantaa muhaadaraa guyyaa hardhaa geggeeffamaa jiru kana irratti Ulamaa’onni fi Ustaazonni akkasumas hawaasni muslimaa lakkoofsaan guddaa ta’e argamuun qooda fudhataa…
Guutuu Dubbisi » -

Naannoo Affaar magaalaa Loogiyaatti Sagantaan Muhaadaraa Guddaan Geggeeffamaa jira
Sagantaa Da’awaa guddaa Magaalaa Loogiyaa masjiida Hamzaatti geggeeffamaa jiru kana irratti, Ulamaa’onni fi keessummoonni akkasumas hawaasni muslimaa argamuun qooda fudhataa…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Asallaatti Sagantaan Muhaadaraa Guddaan Geggeeffamaa jira
Sagantaa Da’waa guddaa Istaadiyoomii magaalaa Asallaatti geggeeffama jiru kana irratti Ulama’oonni fi keessummoonni akkasumas hawaasni muslimaa argamuun qooda fudhataa jira.…
Guutuu Dubbisi » -

Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii walitti bu’iinsi Liibiyaa keessatti hammaataa dhufe yaaddeessaa tahuu beeksise
Hidhattoonni “Waraana Biyyoolessa Liibiya”jechuun of moggaasan kan Jeneraal Khaliifaa Haftaariin hogganaman, dhiheenya kana magaalaa Tripoolii too’achuuf duula jalqabaniin, hidhattoota mootummaa…
Guutuu Dubbisi » -

Waldaaleen hawaasa Muslimaa biyya keenyaa Ameerikaa Keessa jiran lama dhimma Majliisaa ilaalchisee Imbaasii Ityoophiyaatiif xalayaa barreessan
Waldaan Badr Ityoophiyaa Washington DC’tti argamuu fi Jaarmayni Muslimoota Ityoophiyaa Daarul Iimaan kan magaalaa Las Vegasitti argamu, Mana Marii Dhimmoota…
Guutuu Dubbisi » -

Hoggantooni Majliisa Federaalaa gara hoggantoota Majliisa naannoleetti nama eergun shira xaxxaa jiraatu gabaafame
Guyyaa kaleessaa April 4/2019 namoonni 7 aangawoota Majliisa ol aanaa irraa gara majliisa naannoo Somaalee kan ergaman yoo tahu, hoggantoota…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan Eebba fi Tumsa Miidiyaa Nuuralhudaa Magaalaa Makkaatti geggeeffame
Sagantaa hawaasa biyya keenyaa kan magaalaa Kabajamtuu Makkaa keessa jiraatuun qophaa’e kana irratti, lammiileen biyya keenyaa magaalota adda addaa irraa…
Guutuu Dubbisi » -

Naannoo Oromiyaa magaalotaa gara garaa keessatti hawaasni muslimaa hoggantoota majliisaa balaaleffatuun mormii geggeesse
Har’a salaata jum’aa booda godinaalee Harargee lamaanii, Godina , Jimmaa fi Godina Arsii magaalotaa gara garaa keessatto hawaasni muslimaa mormii…
Guutuu Dubbisi » -

Dhaabbanni Boeing Sooftiweerri xiyyaarota moodeelii Boing 737 Max rakkina qabaachuu amane
Xiyyaarri Boeing 737 Max 8 osoo Finfinnee irraa gara Keeniyaatti imalaa jiru naannawa Bishooftuutti kufee caccabuun lubbuun nama 157 darbuun…
Guutuu Dubbisi » -

Eertiraan biyyoonni sadi nageenya biyya kiyyaa booressuuf qindoominaan socho’aa jiran jechuun yakkite
Mootummaan Eeritraa ibsa guyyaa har’aa baaseen, Turkiyaa, Qaxar fi Suudaan nageenyaa biyya kiyyaa booressuuf qindoominaan hojjataa jiran jechuun yakke. Eeritraan…
Guutuu Dubbisi »










