Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad Daaw’annaa hujii biyyoota galoo galaana Arabiyaa itti fufuun har’a Abu Dabii seenee jira
Dr Abiy Ahmad guyyaa kaleessaa gara Qaxar imaluun Amiira biyyattii Sheikh Tamiim Bin Hammaad Al-Sani fi muummicha ministeeraa Abdullaah Bin…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Wallagga Lixaa aanaa Najjootti namoonni 5 humnoota hidhattootaan ajjeefamuu gabaafame
Biiroon dhimmoota Kominikeeshiinii Oromiyaa ibsa baaseen, namoonni shanan har’a Bittoteessa 10, 2011 ganama naannoo sa’aa 1:30tti ganda Humna Waaqayyoo jedhamuu…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad daaw’annaa hujiitiif Qaxar seene
Jilli mootummaa Ityoophiyaa muummicha ministeeraatiin durfamu ganama har’aa Doohaa kan seenee yoo tahu, Ministeera Traanspoortii fi Kominikeeshinii Qaxar Jaasim Bin…
Guutuu Dubbisi » -

“‹”‹Balaa Bubbee Mozaambikitti muudateen lubbuun namoota 1000 ol dabruu gabaafame
Mozaambik khamiisa darbe irraa kaasee Hobomboleettii Idai jedhamtu, kan sa’aa tokko keessatti kiloomeetira 177 saffistuun dhahamaa jirti. Prezdaantii biyyattii Filipe…
Guutuu Dubbisi » -

Lakkoofsi ummataa fi Manneenii Bittoteessa 29 ni jalqabama jedhamee ture yeroo birootti kan dabarfame tahuu gabaafame.
Sababa hanqina nageenyaa fi tasgabbii eeruudhaan gaaffii naannoleen muraasni dhiheessan irratti hundaayuun mootummaan komishiinichi qophii jalqabe akka addaan kutu kan…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Jimmaa Magaalaa Limmuu Sunxuutti Sagantaan Muhaadaraa guddaan geggeeffame
Kaayyoon Sagantaa Muhaadaraa kanaa ijaarsa masjiidaatiif galii walitti qabuu yoo tahu, abbootiin qabeenyaa fi hawaasni muslimaa magaalattii lakkoofsaan heddu tahe…
Guutuu Dubbisi » -

Balaa lolaa Indooneezhiyaa keessatti muudateen lubbuun nama 58 dabruu gabaafame
Rooba cimaa Indooneezhiyaa keessatti roobaa jiru hordofuun, balaa lolaa baha biyyattii kutaa Papuwaa keessatti muudateen namoonni 58 ol kan du’an…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan Marii fi Tumsa Miidiyaa Nuuralhudaa Magaalaa Aboomsaatti geggeeffamaa jira
Godina Arsii aanaa Arba Guuguu magaalaa Abboomsaatti sagantaan Marii fi Tumsa Miidiyaa Nuuralhudaa hawaasa muslimaa naannichaatiin qophaa’e bifa ho’aan kan…
Guutuu Dubbisi » -

Turkiyaan jila Itti aanaa Prezdaantii biyyattiitiin durfamu gara Niiw Ziilaand ergite
Haleellaa shororkeessitoonni kaleessaa Niiw Ziilaand keessatti muslimoota irratti raawwataniin namoonni 49 ajjeefamuun 40 ol ammoo madaayaniiru. Turkiyaa dabalatee biyyoonni muslimaa…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa Niwziilaand keessatti muslimoota irratti raawwatame biyyoonni fi dhaabbileen addunyaa balaaleffataa jiran
Haleellaa guyyaa hardhaa Masjiidoota Niwziilaand lama keessatti shororkeessitoonni Muslimoota Salaata irra turan irratti raawataniin namoonni 49 ajeefamuun namoonni hedduun miidhaman.…
Guutuu Dubbisi »









