Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad fi Prezdaant Uhuruun Asmaraa seenan
Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad fi Prezdaantiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataa ganama har’aa Asmaraa kan seenan yoo tahu, hoggantoonni lamaan prezdaantii…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataa Ityoophiyaa daaw’ataa jira
Jilli mootummaa Keeniyaa Prezdaant Uhuuruu Keeniyaataan durfamu daaw’annaa hojii guyyoota lamaatiif Jum’aa Kaleessaa Finfinnee kan seene yoo tahu, muummicha ministeeraa…
Guutuu Dubbisi » -

Ulamaa’onni gurguddoon Godina Harargee Lixaa gocha seeraan alaa amantaa dawoo godhatuun raawwatamu kan balaleeffatan tahuu ibsan
Godina Harargee lixaa magaalaa Ciroo keessaatti ulamaa’otaa fi hawaasni muslimaa aanaalee gara garaa irraa walitti dhufuun marii guyyaa sadihii kan…
Guutuu Dubbisi » -

Gamtaan Ulamaa’ota Oromoo magaalaa Makkaa fi Waldaan Minbaruu Da’awaa haala yeroo irratti ibsa baasan
Gamtaan Ulamaa’ota Oromoo Magaalaa kabajamtuu Makkaa keessa jiruu fi waldaan Minbaruu Da’awaa ganama hardhaa haala yeroo biyya keenyaa irratti ibsa…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Harargee Bahaa Aanaa Baabbileetti Konfiransiin nageenyaa geggeeffame
Godina Harargee Bahaa aanaa Baabbileetti waldhabbii kanaan dura hawaasa daangaa naannolee Oromiya fi Somaalee irra jiraatu jiddutti muudatee ture araaraan…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantiin Suudaan Umar Al-Bashiir taayitaa dura taa’ummaa paartii isaa gad lakkise
Prezdaant Umar Hasan Al-Bashiir dura taa’aa Paartii Kongirasii Biyyoolessaa fi prezdaantii Suudaan tahuun yeroo dheeraaf biyyattii kan hogganaa ture yoo…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa Somaaliyaa magaalaa Maqdishoo keessatti raawwatameen namoonni heddu ajjeefamuu gabaafame
Haleellaa halkan edaa magaalaa Maqdishoo naannawa manneen daldalaa fi hoteelonni itti baay’atanitti raawwatameen, yoo xiqqaate namoonni 29 kan ajjeefaman tahuu…
Guutuu Dubbisi » -

Korri tumsa diinagdee Ityoophiyaa fi Suudaan irratti xiyyeeffate Khaartuumitti gaggeeffamaa jira
Jilli mootummaa Ityoophiyaa itti aanaa muummicha ministeeraa obbo Dammaqa Makonniniin durfamu kaleessaa galgala Khaartuum kan seene yoo tahu, har’a ammoo…
Guutuu Dubbisi » -

Ogeeyyonni UN Israa’el Gaazaa keessatti yakkoota dhala namaa rawwaachuu beeksisan
Mormii lammiileen Falasxiin bara 2018 Gaazaa keessatti geggeessaa turan ukkaamsuudhaaf, waraanni Israa’el Falasxiinota heddu ajjeesuun ni yaadatama. Kanuma hordofuun dhaabbanni…
Guutuu Dubbisi » -

Tramp fi Kim Jong-Un marii Vetnaam keessatti jalqaban osoo hin xumurin gara biyyoota isaaniitti deebi’uu gabaafame
Prezdaantiin Ameerikaa Donald Tramp fi hogganaan Kooriyaa Kaabaa Kim Jong-Un, dhimma sagantaa Niwukilarii Kooriyaa Kaabaa irratti marii Vetnaam magaalaa Hanooy…
Guutuu Dubbisi »










