Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Magaalaa Dingateetti Sagantaan Muhaadaraa guddaan geggeeffame
Godina Harargee lixaa aanaa Gammachiis magaalaa Dingateetti guyyaa hardhaa Sagantaan Muhaadaraa guddaan kan geggeeffame yoo tahu, sagantaa kana irratti jila…
Guutuu Dubbisi » -

Donald Tramp fi Kim Jong-Un Vetnaam magaalaa Haanoy keessatti marii kan jalqaban tahuu gabaafame
Hoggantoonni lamaan dhimma sagantaa Niwukilarii Kooriyaa Kaabaa fi haala qoqqobbiin Ameerikaan yeroo dheeraaf kooriyaa Kaabaa irra keette kaafamu irratti kan…
Guutuu Dubbisi » -

Paakistaan Xiyyaarota waraana Indiyaa lama rukutuu beeksiste
Paakistaan xiyyaarota waraana Indiyaa lama daangaa qilleensa isii seenan rukuttee kuffisuufi, akkasumas Paayileetota lama kan boojite tahuu beeksisste. Dabalataanis waraanni…
Guutuu Dubbisi » -

“‹”‹Filannoo Prezdaantummaa Naayijeriyaa Sabtii dabre geggeeffameen Prezdaant Muhammaduu Buhaarii injifatuu gabaafame
Kaadhimamtoota prezdaantummaaf dhihaatan jidduu itti aanaan prezdaantii duraanii Mr Atiku Abubakar prezdaant Muhammaaduu Buhaariif morkataa cimaa ni ta’a jedhamee tilmaame…
Guutuu Dubbisi » -

Konfiransii guddaa Magaalaa Mattuutti geggeeffamuuf qophiin xumurame
Godina iluu Abbaa Boor magaalaa Mattuutti Konfiransiin Islaamaa guddaan Ulamaa’onni gurguddoon biyya keenyaa, Ustaazonni fi keessummoonni iddoo gara garaa irraa…
Guutuu Dubbisi » -

Xiyyaaronni Waraana Indiyaa daangaa Paakistaan qaxxaamuruun haleellaa kan raawwatan tahuu gabaafame
Torbee dabre kutaa Kaashimiir keessatti haleellaa hidhattoonni raawwataniin loltoonni Indiyaa 42 eega ajjeefamanii booda, hariiroon Paakistaan fi Indiyaa hammaataa dhufuun,…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Jimmaa Magaalaa Sigimootti Sagantaan Muhaadaraa guddaan geggeeffame
Sagantaa Muhaadaraa guddaa guyyaa hardhaa geggeeffame kana irratti hawaasni muslimaa naannichaatii fi akkasumas keessummoonni heddu iddoo gara garaa irraa affeeraman…
Guutuu Dubbisi » -

Aanaa Cinaaqsanitti Konfiransiin Nageenyaa geggeeffame
Kaayyoon Konfiransii Godina Harargee bahaa aanaa Cinaaqsanitti qophaahe kanaa, wal dhabbii dhalatootta Oromoo fi Somaalee naannawa san jiraatan jidduu ture…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeeraa, ADWUI fi Paartiilee deeggartootaa walitti makuun Paartii biyyoolessaa tokko hundeessuuf kan hojjaatamaa jiru tahuu beeksise
Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad guyyaa hardhaa hoggantootaa fi miseensota paartilee deggartoota ADWUI tahan, kanneen naannolee Affaar, Benshaangul gumuz, Soomalee…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaant Erdogaan ajjeechaan mootummaan Masri dargaggoota irratti raawwate kan isa dallansiise tahuu hime
Mootummaan Masri , ajjeechaa bara 2015 Abbaa Alngaa biyyatti Hishaam Barakaat irratti raawwatame keessaa harka qaban jechuun, Arba’aa dabre dargaggoota…
Guutuu Dubbisi »









