Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Muummichi Ministeeraa Hoggantoota Paartiilee mormitootaa waliin mari’aate
Marii guyyaa har’aa galma Waajjira muummicha ministeeraatti geggeeffame kana irratti, filannoon bara dhufu geggeeffamu ifaa fi haqa qabeessa akka tahuuf,…
Guutuu Dubbisi » -

Keeniyaan lammiilee Chaayinaa Sadi irratti himannaa malaamaltummaa bante
Lammiileen Chaayinaa Sadan hojjattoota Kaampaanii Daandii Baabura Keeniyaa haaraya ijaaramee yoo tahan, namoonni sadeen qondaaltota yakka malaamaltummaa gurgurtaa tikeetii imala…
Guutuu Dubbisi » -

Dhaaltuun Gonfoo Sa’uudii Prezdaant Erdogaan waliin wal arganii mari’achuuf kan gaafate tahuu gabaafame
Ministeerri haajaa alaa Turkiyaa Mavlut Kavusoglu gaaffii fi deebisaa gaazexaa Jarman waliin godheen akka jedhetti, Muhammad Bin Salmaan dhimma ajjeechaa…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantiin Majliisa Naannoo Hararii Duraanii Toohannaa Jala Oolfame
Prezdantiin Majliisa Naannoo Hararii duraanii Muhammad Saabit eega aangoo irraa kaafamee booda, Qabeenya Majliisa magaalaa Harar deebisuu didee kan dhokatee…
Guutuu Dubbisi » -

Balaan Kirkira Lafaa hamaan Lixa Iiraan kan rukute tahuu gabaafame
Balaan Kirkira lafaa Lixa Iiraan naannawa daangaa Iraaq Alhada har’aa rukute kun magnitudii 6.3tti kan shallagame yoo tahu, handhuurri balaa…
Guutuu Dubbisi » -

Dhalattoonni Oromoo Naannoo Benshaangul Gumuz godina Kamaashii keessa jiraatan rakkoo hamaa keessa kan jiran tahuu ibsan
Walitti bu’iinsa fulbaana darbe Keessa naannoo Benshaangul Gumuz godina Kamaashii keessatti ka’e hordofuun, dhalattoonni Oromoo godinicha keessa jiraatan heddu ajjeefamuu…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan Marii fi Tumsa Nuuralhudaa aanaa Balee Gasgaaritti geggeeffame
Sagantaan kun miidiyaan Nuuralhudaa tamsaasa Televizhiinii Saatalaayitiin jalqabuu isaa fi miidiyaa kana Cimsuuf hawaasa muslimaa aanaa Balee Gasgaar keessa jiraatuun…
Guutuu Dubbisi » -

Gamtaan Awrooppaa gaafii Briteen miseensummaa gamtichaatii bahuuf dhiheessite sagalee guutuun fudhate
Hoggantoonni biyyoota gamtaa Awrooppaa 27 Alhada hardhaa wal gahii magaalaa Biraasels keessatti geggeessaniin, gaafii Briteen miseensummaa gamtichaatii bahuuf dhiheessite sagalee…
Guutuu Dubbisi » -

Wiirtuun Da’awaa Bilaal Oromoo Konfiransii isaa kan waggaa geggeessaa jira
Ameerikaa kaabaa kutaa Minesootaatti kan argamu Wiirtuun Da’waa Bilaal Oromoo Konfiransii isaa kan waggaa marsaa 3ffaa guyyaa hardhaa November 24,2018…
Guutuu Dubbisi » -

Sanadni Tokkummaa fi waliigaltee haawasa Muslimaa dhiheenyatti mariif kan dhiyaatu tahuu gabafame
Koreen waliigalaa jijjiirama dhaabbata muslimoota Ityoophiyaa kan dhimma hawaasa muslimaa irratti qorannoo geggeessuun, rakkoo hawaasa muslimaatiif furmaata akka kaahuuf muummicha…
Guutuu Dubbisi »










