Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Dargaggoota qophii simannaa ABO irra turaniifi, dargaggota magaalaa Finfinnee jiddutti walitti bu’iinsi uumame.
Hogantoonni Adda Bilisummaa Oromoo fi hidhatoonni Addichaa 1300 tahan fulbana 5/2011 gara biyyaatti galuuf tahuu eega gabaafame booda, ummanni godinaalee…
Guutuu Dubbisi » -

Gamtaan Daldalaa fi Nageenya Biyyoota Afrikaa Bahaa Walgahii idilee Finfinnee Keessatti jalqabe
Gamtaan Daldalaa Biyyoota Afrikaa Bahaa-IGAD hardha walgahii idilee isaa 33ffaa Finfinnee keessatti kan jalqabe yoo tahu, dhimmoota naannichaa gurguddoo irratti…
Guutuu Dubbisi » -

Wixineen tokkummaa hawaasa muslimaa raggaasisuuf qophaaye mariif dhihaate
Koreen Walii galaa jijjiirama dhaabbiilee hawaasa muslimaa irratti qorannoo geggeessuuf hundaaye,Wixinee qajeelfamaa kan tokkummaa hawaasa muslimaa akeeku qopheessee, guyyaa har’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Ameerikaan Waajjira Dhaabbata Bilisummaa Falasxiin-PLO Washington DC jiru cufte
Waajjirri Ministeera haajaa alaa Ameerikaa guyyaa kaleessaa ibsa baaseen Waajjira dhaabbata Bilisummaa Falasxiin Washington DC keessa ture cufuu beeksise. Wajjirri…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Dillaa keessatti Konfiransiin guddaan geggeeffame
Guyyaa har’aa naannoo Kibbaa Magaalaa Dillaa kessatti Konfiransiin Jama’aa Dargaggoota Ummu Aymaniin qophaa’e geggeeffame. Sagantaa kana irratti Ustaaz Muhammad Faraj…
Guutuu Dubbisi » -

Hayyuun Seeraa Dr Awwal Qaasim Aloo gara biyyaa deebi’ee
Hayyuu seeraa beekamaa fi barsiisaa Yunivarsiitii Kele kan tahe Dr Awwal Qaasim Aloo UK irraa har’a gara biyyaa deebi’e. Dr…
Guutuu Dubbisi » -

Ulamaa’ota dhiheenya biyya Ormaa irraa galaniif Magaalaa Baalee Roobeetti Simannaan godhame
Magaalaa Baalee Roobeetti guyyaa har’aa Ulamaa’ota gurguddoo biyya keenyaa roorroo mootummaatiin dhiibamanii biyya Isaanii irraa baqatuun biyya Ormaa keessa waggaa…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad fi Prezdaant Isaayyaas Afaworqii Rayyaa waraana biyoota lamaanii daangaa irra jiru daaw’atan
Itti gaafatamaan waajjira Muummichaa obbo Fitsum Araggaa akka ibsetti hoggantoonni lamaan har’a ganama adda waraanaa Buree jedhamutti wal argan. Araara…
Guutuu Dubbisi » -

Ustaaz Ahmaddiin Jabal Miseensa Boordii Ejeensii Sabqunnamtii magaalaa Finfinnee ta’uun filatame
Dubbii himaa koree Furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa fi barreessaa koree miseensa 9 qabu kan dhimma Hawaasa Muslimaa akka qoratuuf, Muummicha…
Guutuu Dubbisi » -

ABO fi KFO waliin hojjachuuf kan walii galan tahuu beeksisan
Kongirasiin Federaalawa Oromoo fi Addi Bilisummaa Oromoo (ABO-Shanee) ibsa guyyaa har’aa waliin kennaniin, marii hagayya 24,2010 waliin geggeessaniin ijaarsa sirna…
Guutuu Dubbisi »










