Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-
Aalimni biyya keennaa Doktar Jibriil Qamar gara biyyaatti galan
Doktar Jibriil Qamar yeroo dheeraaf biyya Suudan kan jiraataa turan yoo tahan, har’a Khaartuum irraa yeroo gara biyyatti galan, Prezdaantii…
Guutuu Dubbisi » -
Iiraan talaallii COVID-19 biyya keessatti hojjatte yaaluu jalqabde
Iiraan Biyyoota Baha Jiddu galeessaa weerara dhibee koroonaatiin akka malee miidhaman jidduu adda duree tahuun ni beekama. Haata’u malee qoqqobbii…
Guutuu Dubbisi » -
Yuuniversitiin Walaayittaa Sooddoo namuusa uffannaa fi rifeensa barattoota ilaalchisee seera haarawa baase
Yunivarsitichi seera haarawa namuusa uffannaa fi rifeensa, barattootaa, Akkasumas hojjatootaa ilaalchisee baase , muddee 13,2013 irraa jalqabee kan hojii irra…
Guutuu Dubbisi » -
Bulchiinsi Mana Barumsa Sadarkaa 2ffaa Tulluu Diimtuu Barataa Muslimaa Areeda dheeresse akeekkachiise
Magaalaa Finfinnee bulchiinsa kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallitti jallatti Kan argamu, mana barumsa Sadarkaa 2ffaa Tulluu Diimtuutti barataan kutaa 10, Usleeman…
Guutuu Dubbisi » -
Akaakuun Koronaavaayiraasii haaraan UK keessatti argame sodaa guddaa uume
Qondaaltonni fayyaa UK torban dabre Akaakuun Koronaavaayiraasii haaraan argamu fi kutaalee Ingiliiz hedduu keessatti saffisaan tatams’aa jiraachuu labsan. Ministeerri Fayyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Paasteriin yakka Maallaqa Daddabarsuun himatame Afrikaa kibbaaf dabarfamee Kennamuuf
Paasterii fi hogganaa waldaa amantaa Kiristaanaa lammii Maalaawii kan ta’e, Paaster Sheefird Bushiirii fi Jaartiin isaa ji’a tokko dura Afrikaa…
Guutuu Dubbisi » -
Manni marii Ol’aanaa dhimmoota Islaamummaa Bulchiinsa Magaalaa Sulultaa yaa’ii idilee geggeesse
Manni marii ol’aanaa dhimmoota Islaamummaa Bulchiinsa Magaalaa Sulultaa Muddee 4, 2013 yaa’ii Idilee lammaffaa bara 2013 gaggeesse milkiin xumuruu gabaafame.…
Guutuu Dubbisi » -
Majlisoonni Godinaalee Harargee lamaanii Yaa’ii Idilee isaanii kan bara kana geggeessan
Manneen marii dhimmoota Islaamummaa godinaalee Harargee lixaa fi baha Yaa’ii isaanii tokkoffaa fi lammaffaa kan bara kana guyyaa kaleessaa fi arraa…
Guutuu Dubbisi » -
Yaa’iin Idilee Majliisoota Godinaalee Baalee Lamanii Milkiin Xumuramuu gabaafame
Torban kana keessa Manneen Marii Dhimmoota Islaamaa godina Baalee fi Baalee bahaa Yaa’ii Idilee lammaffaa bara 2013 kan geggeessaan yoo…
Guutuu Dubbisi »