Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Jilli mootummaa Eertiraa Finfinnee seene
Jilli mootummaa Eertiraa qondaaltota ol’aanoo biyyattii of keessaa qabu guyyaa har’aa Finfinnee seenee jira. Prezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afaworqii torbee dabre…
Guutuu Dubbisi » -

Buufatni Raabsaa Humna Elektrikii Sokorruu balaa Ibiddaatiin gubate
Buufatni Sokorruu, humni elektrikii hidha laga Gibee tokkoffaa fi lammaffaa irraa maddu kan itti kuufamu yoo tahu, balaa ibiddaa ganama…
Guutuu Dubbisi » -

Aalimni Guddaan Biyya keenyaa Sheikh Ibraahim Cakkaa Aakiraman
Innaa Lillaahi Wa’innaa Ileeyhi Raaji’uun! Sheikh Ibraahim Cakkaa waggaa 80 ol godina Harargee bahaa Aanaa Kombolchaa araddaa Qeerransaa keessatti barnoota…
Guutuu Dubbisi » -

Lakkoofsi Dhalattoota Oromoo Naannoo Benshaangul Gumuuz irraa buqqifamanii 1529 gahuun gabaafame
Liyyuu poolisiin naannoo Benshaangul Gumuuz haleellaa dhalattoota Oromoo magaalaa Toggoo keessa jiraatan irratti raawwateen, lubbuun namaa akka dabre isinii gabaasuun…
Guutuu Dubbisi » -

Aadde Mufariyaat Kaamil dura teessuu Warraaqsa Dimokraasumma Ummatoota Kibbaa ta’uun filatamte.
Afayaa’iin Paarlaamaa Itoophiyaa Aadde Mufariyaat Kaamil dura teessuu dhaabbatichaa ta’uun kan filatamte, obbo Shifarraawu Shugguxee dura taa’ummaarraa ka’uuf eega gaafateen…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli Adda Tokkummaa Walabummaa Oromiyaa Finfinnee seene
Addi Tokkummaa Walabummaa Oromiyaa Jeneraal Kamaal Galchuutiin kan hoogganamu yoo tahu, Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad daw’annaaf gara Ugaandaa yeroo…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni Naannoo Benshaangul Gumuuz Lammiilee Oromoo Magaalaa Toggoo keessa jiraatan irratti dhukaasa baneen namoonni lama ajjeefaman
Sabtii dheengaddaa lammiileen Oromoo Naannoo Benshaangul Gumuuz aanaa addaa Toggoo magaalaa Toggoo keessa jiraatan, deeggarsa muummicha ministeeraatiif qaban ibsachuuf hiriira…
Guutuu Dubbisi » -

Filannoo prezdaantummaa Turkiyaatti geggeefameen Erdogaan morkattoota isaa dursaa jira
Filannoo prezdaantummaa Turkiyaatti Alhada har’aa geggeeffameen Prezdaant Rajab Xayyib Erdogaan dursaa jira. Sagalee hanga ammaatti lakkaahameen Prezdaant Erdogaan 58% ol…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli Sheikh Tamaam Muktaariin durfamu lammiilee naannoo Soomalee irraa buqqifamaniif deeggarsa godhe
Jilli kun godina Harargee bahaa aanaa Jaarsoo irraa gara Aanaa Cinaaqsan imaluun, ummata waraana Liyyuu Poolisii naannoo Soomaleetiin qe’ee fi…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Asallaati hiriirri deeggarsa Muummicha Ministeeraa geggeeffame.
Guyyaa hardhaa magaalaa Asaallaatti jijjiirama siyaasaa biyyaatti keessatti muldhataa jiru fi muummicha ministeeraa jabeessuuf hiriirri deeggarsaa kan geggeeffame yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi »










