Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Abdulaziiz Ahmad Riyaaditti Ambaasaadara Itoophiyaa tahuun Muudame
Mootummaan Ityoophiyaa Sa’udii irraa dippiloomaatota lama gara biyyaa kan yaame tahuu gabaasuun keenya ni yaadatama. Ministeerri haajaa alaa ibsa guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Diploomaatonni Ityoophiyaa ol’aanoon, Sa’uudii irraa gara biyyaa yaamaman.
Mootummaan Itoophiyaa Dipiloomaatota ol’aanoo Sa’udi Arabiyaa irraa gara biyyaa kan yaame tahuu gaazexaan Addis Standard gabaase. Akka gabaasa Kanaatti Riyaaditti…
Guutuu Dubbisi » -

Hoggantoonni Paartii Mormiituu ADO Finfinnee seenan.
Hoggantoonni paartii mormiituu ADO( ODF) tahan mootummaa waliin mariyatuuf ganama hardha magaalaa Finfinnee kan seenan tahuu odeeyfannoon argame ni addeessa.…
Guutuu Dubbisi » -

Iiraan Sagantaa Niwukilarii gabbisuu dhaabdee turte jalqabuudhaaf kan qophaayaa jirtu tahuu qondaalli biyyattii tokko hime.
Dhaabbata mootummoota gamtoomanitti biyyoonni miseensa dhaabbataa mana marii nageenyaa Shananii fi Jarman (P5+1) sagantaa Niwukilarii Iiraan ilaalchisee bara 2015 Iiraan…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Shaashamanneetti Sagantaan Da’awaa fi Barnootaa Guddaan geggeeffame
Sagantaan Da’awaa fi Barnootaa magaalaa Shaashamanneetti Alhada har’aa geggeeffame kana irratti miseensonno Koree furmaata barbadduu hawaasa muslimaa jidduu, Sheik Makkata…
Guutuu Dubbisi » -

Dhaabbatni Fayyaa Addunyaa Dhibee Eboolaa Koongoo Keessatti babal’achaa dhufe irratti mari’achuuf walgahii ariifachiisaa yaame
Dhibeen Eboolaa kan bara 2014-2016 biyyoota Lixa Afrikaa keessatti lubbuu namoota hedduu galaafatee ture, ammaas Ripaablika Dimokraatawaa Koongoo keessatti babal’achaa…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaant Erdogaan, Falasxiinotaa Gaazaa akka gargaaran Muslimoota addunyaatiif waamicha godhe
Prezdaantiin Turkiyaa Rajab Xayyib Erdogaan Juma’aa hardhaa duguuggaa sanyii Isra’eel Gaazaa keessatti raawataa jirtu mormuun Ummata magaalaa Istaanbul keessatti hiriira…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Sa’udii lammiilee Itoophiyaa mana hidhaatii gad-lakkisuuf kan murteesse tahuu beeksise.
Mootummaan Saa’udii hidhamtoota lammiilee Itiyoophiyaa manneen hidhaa biyyattii keessa jiran hiikuuf qophii ta’u beeksise. Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad daawa’annaa…
Guutuu Dubbisi »









