Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Obbo Baqqalaa Garbaa walgahii dhaabbanni “Atlantic Council” qopheesse irratti hirmaachuuf Ameerikaa seene.
Itti Aanaan Dura Ta’aa Paartii Kongirasii Federaalistii Oromoo Obbo baqqalaa garbaa walgahii dhaabbanni Atlantic Council jedhamu qopheesse irratti hirmaachuuf har’a…
Guutuu Dubbisi » -

Dhaabbiileen Amantaa warra wangeelaa Daa’imman warra naannoo Soomalee irraa buqqifamanii irratti xiyyeefatanii socho’aa jiraachuun beekame
Dhaabbileen Amantaa warra wangeelaa Daa’imman muslimaa kanneen naannoo Soomalee irraa buqqifamanii Oromiyaa iddo gara garaa keessa qubsiifaman irratti xiyyeeffachuun socho’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad daaw’annaa hujiitiif Keeniyaa seene
Dr Abiy Ahmad daaw’annaa hujii guyyaa lamaatiif hardha waaree booda Keniyaa magaalaa Naayroobii kan seene yoo tahu, ministeerri haajaa ala…
Guutuu Dubbisi » -

Dhalattoonni Soomalee magaalaa Dirree Dhawaa keessa jiraatan mormii geggeessan
Mormiin kun guyyaa hardha salaata Jum’aa booda kan geggeeffame yoo tahu, mootummaa naannoo Soomalee Abdii Ileen hogganamu irratti tahuu odeeyfannoon…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaan Isra’eel Gaazaa keessatti daa’imman irratti raawwattu hammaachaa dhufuu UNICEF beeksise
Dhaabbaata Mootummoota gamtoomaniitti Ejensiin Daa’immanii UNICEF ibsa Jum’aa hardhaa baaseen, baatii dabre keessatti qofa waraanni Isra’eel Gaazaa keessatti daa’imman Shan…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Suudaan lammiilee Itoophiyaa mana hidhaa jiran hiikuuf murteesse
Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad guyyaa kaleessaa Daw’annaa hujiitiif gara Suudaan kan imale yoo tahu, marii guyyaa hardhaa Prezdantii Suudaan…
Guutuu Dubbisi » -

Majliisni Sheekh Diinoo aanaa Jaarsoo Magaalaa Aalleetti argamu Barattoota Eebbisiise.
Sagantaa Eebbaa kana irratti Ulamaa’onni fi keessuummoonni hedduun argamuun qooda fudhatanii jiru 1Sheek Muusaa Su’aala 2Sheek Muhammad Booseysaa 3 Sheek…
Guutuu Dubbisi » -

Hiriirri Mormii Godina Gujii Keessatti Guyyaa 3ffaatiif Itti Fufee Jira
Haaromfamuu hayyama dhaabbata MIDROC GOLD hordofuun mormiin godina gujii keessatti jalqabame hardha guyyaa sadaffatiif akkuma itti fufetti jira. Ganamaa hardhaa…
Guutuu Dubbisi » -

Jaapaan Imbaasii isii Telaviiv jiru gara Alqudsitti deebisuuf karoora akka hin qabne beeksiste
Muummichi ministeera Jaappaan Shinzoo Abee Kiibxata Kaleessaa Daw’annaa hujiitiif Falasxiin seene. Mr Shinzoo Abee magaalaa Ramallah keessatti Prezdantii Falasxiin Mahmuud…
Guutuu Dubbisi » -

Hiriirri Mormii Godina Gujii keessatti guyyaa lammataaf itti fufee jira
Godina Gujii aanaa Horsiisee Bulaa Gooroo Doolaatti, hiriirri dhiimma Haaromsa albuda Laga Daambii ilaalchisee guyyaa kaleessa jalqabe guyyaa hardhaatis…
Guutuu Dubbisi »










