Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Deggarsi lammiilee Oromoo naannoo Soomalee irraa buqqifamaniif godhamu cimee itti fufee jira.
Lammiilee Oromoo naannoo Soomalee irraa buqqifamuun magaalaa Sulultaa qubsiifamaniif, jilli Ustaazootaa guyyaa hardhaa deeggarsa firaasha hedduufi fi midhaan nyaataa makiinaa…
Guutuu Dubbisi » -

Koongirasiin Ameerikaa Wixinee Seeraa HR 128 sagalee guutuun dabarse.
Sarbiinsa mirga namoomaa mootummaan Itoophiyaa raawwataa jiru ilaalchisee Manni maree Ameerikaa Wixinee seeraa Hre128 jedhamu irratti sagalee kan kenne yoo…
Guutuu Dubbisi » -

Eegaa labsiin yeroo muddamaa labsamee lakkoofsi namoota waraana Makkalaakayaatiin ajjeefamanii 52 gahuun ibsame
February 17/2018 muummichi ministeera duraanii obbo Hayilamaariyam Dassaalenyi aangoo lakkisuu ibse. Kanuuma hordofuun, labsiin yeroo muddamaa labsamuun biyyattiin Komaand poostiin…
Guutuu Dubbisi » -

Ajjeechaan waraanni Makkalaakayaa ummata irratti raawwatu itti fufee jira
Halkan edaa Harargee bahaa aanaa Dadar magaalaa Qobbootti loltoonni waraana Makkalaakayaa mucayyoo Ayyaantuu Muhammad Shaanqoo jedhamtu gudeeduuf yemmuu yaalanitti mormuu…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Suuriyaa haleellaa Keemikaala Summiitiin magaalaa Duumaa keessatti raawwateen yoo xiqqaate lubbuu namoota 70 ol galaafate
Waraanni mootummaa Suuriyaa haleellaa Keemikaala Summiitiin Sabtii kaleessaa naannawa Guutaa Bahaa magaalaa Duumaa keessatti raawwateen yoo xiqqaate lubbuu namoota 70…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad daaw’annaa hujiitiif gara Jigjigaa imale
Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad daaw’annaa hujii kan jalqabaatiif Sabtii har’aa gara Naannoo Soomalee magaalaa Jigjigaatti imale. Jilli Muummicha Ministeeraatiin…
Guutuu Dubbisi » -

Hidha laga Abbaay ilaalchisee mariin gaggeefame walii galtee malee xumurame
Hidha laga Abbaay Itoophiyaan ijaaraa jirtu ilaalchisee,ministeeronni haajaa Alaa Itoophiyaa , Suudaan fi Masrii mariin guyyaa lamaaf Khaartuum keessatti gaggeessan…
Guutuu Dubbisi » -

Hawaasni Oromoo biyya Keeniyaa keessa jiraatan lammiilee Oromoo magaalaa Mooyyalee irraa buqqifamaniif deeggarsa godhan
Baqattoonni Oromoo biyya Keeniyaa magaalaa Naayiroobii keessa jiraatan lammiilee Oromoo dhiheenya kana magaalaa Mooyyalee irraa waraanni Makkalaakayaa buqqisuun Keeniyaa Kaampii…
Guutuu Dubbisi » -

Jama’aan Masjiida Ansaar lammiilee Oromoo naannoo Soomalee irraa buqqifamaniif deggarsa godhan
Jama’aan masjiida Ansaar kan magaalaa Finfinnee naannawa Ayyerxeennaatti argamuu, lammiilee Oromoo naannoo Soomalee irraa buqqifamuun naannawa magaalaa Finfinnee iddoo Galaan…
Guutuu Dubbisi » -

Manni hidhaa Ma’akalaawii kan magaalaa Finfinnee keessatti argamu cufamuun gabaafame.
Manni hidhaa kun bara mootummaa Haylasillaasee irraa kaase hanga har’aatti mana dararaa hamaadha. Namoonni mootummaa mormaniifi, namoonni mirga ofiitiif falman…
Guutuu Dubbisi »










