Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Loltoonni Isra’eel daangaa Gaazaa gama Kaabaa keessatti Falasxiinota hiriira mormii gaggeessan irratti dhukaasa banan.
Lammiileen Falasxiin Jum’aa har’aa daangaa Gaazaa gama Kaabaa fi bahaa irratti ajjeechaa waraanni Isra’eel torbaan dabre raawwate mormuun hiriira kan…
Guutuu Dubbisi » -

Xayyaarri waraana Afgaanistaan huffaazota dabalatee namoota 150 ol galaafate.
Xiyyaaronni waraana Afgaanistaan haleellaa madarasaa Qur’aanaa naannawa Kinduuz keessatti argamu irratti raawwataniin, yoo xiqqaate huffaazota dabalatee namoota 150 ol galaafatan.…
Guutuu Dubbisi » -

Koreen Furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa lammiilee Oromoo Naannoo Soomalee irraa buqqa’aniif deeggarsa godhan.
Koreen Furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa lammiilee Oromoo naannoo Soomalee irraa buqqifamuun, bulchiinsa magaalaa Sabbataa iddoo Alamganaa jedhamutti qubsiifaman 228 tahaniif…
Guutuu Dubbisi » -

Komaand Poostiin biyya bulchaa jiru hidhaa Cimsee itti fufee jira.
Magaalaa Dirree Dhawwaatti guyyaa hardhaa naannawa sa’aa 8:00 namootni muudamuu Dr Abiy Ahmad daanditti bahuun gammachuu ibsaataa turan, Koomand postiin…
Guutuu Dubbisi » -

Isra’eel baqattoota lammiilee Afrikaa ilaalchisee waliigaltee UN waliin mallatteessite diiguu beeksifte
Muummichi ministeera Isra’eel guyyaa kaleessaa baqattoota lammiilee Afrikaa 16,000 tahan,Mootummoota gamtoomanitti ejensiin baqattootaa UNHCR Afrikaan alatti biyya sadaffaatti akka qubsiisuu…
Guutuu Dubbisi » -

Paarlaamaan Itoophiyaa muudama Muummichaa ministeeraa haarayaa Dr Abiy Ahmad Ali raggaasise
Bitoteessa 10/2010 dhaabni biyyattii bulchu gaaffii taayitaa gadlakkisuu muummicha ministeera duraanii qebaluun, hogganaa addichaa godhuun Dr Abiy Ahmad muude. Guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Balaa Ibiddaa Yaman keessatti Muudateen nyaataa fi meeshaaleen gargaarsaa barbadaaye
Balaa Ibiddaa guyyaa kaleessaa Yaman buufata Doonii Hudeeydaa keessatti uumameen nyaataa fi meeshaaleen gargaarsaa heddu kan barbadaaye tahuun beekame. Naannawa…
Guutuu Dubbisi » -

Waltajjii mataduree” Nageenya” jedhuun geggeeffame irratti Labsiin Yeeroo Muddamaa akka kaafamu gaafatame.
Waltajjii guyyaa kaleessaa magaalaa Finfinnee hoteela Sharaatanitti mataduree “Nageenya” jedhuun geggeeffame irratti hoggantooni mootummaa, Abbootiin amantaa, abbootiin gadaa, dargaggoonni fi…
Guutuu Dubbisi » -

Loltoonni Isra’eel lammiilee Falasxiin 7 ajjeessuun 100 ol ammoo madeessan
Loltoonni Isra’eel daangaa Gaazaa irratti lammiilee Falasxiin hiriira mormii bahan irratti dhukaasuun, yoo diqqaate namoota 7 ajjeessuun 100 ol ammoo…
Guutuu Dubbisi » -

Muhammad Bin Salmaan Jaarmayaalee Yahuudotaa waliin iccitiin mari’atuun isaa Saaxilame.
Muhammad Bin Salmaan Daw’annaa isaa kan Ameerikatti Jaarmayaalee Yahuudotaa waliin iccitiin mari’atuun isaa Saaxilame. Dhaaltuun Gonfoo Maliika Sa’uudii Muhammad Bin…
Guutuu Dubbisi »










