Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Komaand poostiin hooggantootaa hawaasaa hidhatti darbuu itti fufee jira
Godina Harargee Lixaa Magaalaa Cirootti imaama masjiida Salaam kan ta’an Sheek Ibraahim, amma dura ummata naannoo Somalee irraa buqqa’eef gargaarsa…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa magaalaa Maqdishoo keessatti raawwatameen namni 14 ajjeefame
Somaaliyaa magaalaa Maqdishoo keessatti har’a waare booda haleellaa boombii konkolaata irratti kiyyeeffameen naannwa ministeera biyya keessaa fi paarlaamaa biyyattii irratti…
Guutuu Dubbisi » -

Hiriirri Mormii Lammiileen Biyya keenyaa biyyoota Awrooppaa jiraatan geggessaan cimee itti fufee jira
Lammiileen biyya keenyaa biyyoota Awrooppaa keessa jiraatan haala siyaasaa Itoophiyaa keessa jiruu fi sarbama mirgaa mootummaan raawwataa jiru kan balaleefataa…
Guutuu Dubbisi » -

Xiyyaaronni waraana Suuriyaa fi Raashiyaa namoota 37 boombii ibiddaatiin gubuun ajjeessan
Xiyyaaronni waraana Suuriyaa fi Raashiyaa Jum’aa har’aa naannawa Guutaa Bahaa magaalaa Arbin jedhamtu keessatti boombii boba’u kan “napalm” jedhamuun haleellaa…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Itoophiyaa Ummatni miiliyoona 8 tahu beelaaf saaxilamuu beeksise
Mootummaan Itoophiyaa ummatni miiliyoona 8 beelaaf saaxilamuu ibsuun, hawaasa addunyaa irraa deeggarsa doolaara biiliyoona 1 fi miiliyoona 600 gaafate. Mootummaan…
Guutuu Dubbisi » -

Hundeessaan Facebook dhaabbatichi Odeeyfannoo fayyadamtootaa qaama biraatif dabarsee kennuu isaatiif dhiifama gaafate
Hundeessaa fi hoogganaan “Facebook” Mark Zuckerberg dhaabbnni isaa amantaa fayyadamtoonni irra kaayatanii fi “qajeelfama dhaabbatichaa kan iccittii fayyadamtootaa eeguu” jedhu…
Guutuu Dubbisi » -

Waldaan Fannoo Diimaa Keeniyaa lakkoofsi namoota gara Keeniyaa baqatanii dabaluu ibse.
Duguuggaa sanyii waraanni Makkalaakayaa godina Booranaa Magaalaa Mooyyalee keessatti march 1/2018 raawwate hordofuun, lammiileen Oromoo aanaa Mooyyalee keessaa baqatuun gara…
Guutuu Dubbisi » -

Duulli Uggura Booba’aa biyyattii keessatti jalqabame ammas torbee tokkoof dheereeffame
Torbee darbe guutuu biyyattii keessatti hanqina boba’aa uumuuf bootteewwan booba’aa gara biyyaa galchanis tahee kanneen biyya keessatti raabsan sochii tokkollee…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdantiin Faransaay kan duraanii hidhame.
Prezdantii Faransaay duraanii kan tahe Nikolas Saarkozii, Duula Filaannoo bara 2007 geggeefamef, Prezdantii Libiyaa duraanii kan tahe Mu’ammar Gadaafii irraa…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni Makkalakayaa aanaa Gidaamiitti nama ajjeese
Godina Qellem Wallaggaa aanaa Gidaamii ganda Abbootteetti waraanni Makkalaakayaa namoota ganda keessa jiraan irratti dhukaasa banuun intala dubara umrii 17…
Guutuu Dubbisi »










