Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Muudama Muummicha Ministeeraa haraawaa ilaalchisee Bakka Bu’oonni Hawaasa Muslimaa Ibsa baasan.
Bakka Bu’oonni Hawaasa Muslimaa, Muummicha ministeeraa haarawa muudameef milkaa’ina hawwuun, rakkoo bal’aa biyyattiin keessa galte furuudhaaf akka biyyaatti jijjiiramni bu’uuraa…
Guutuu Dubbisi » -

BREAKING: Doktor Abiyyi Ahmad Muummicha Ministeeraa fi dura taa’aa ADWUI tahuun muudame.
ADWUI’n kora torbee lamaa oliif muummicha ministeeraa haarawa muuduuf geggeessaa ture kan xumure yoo tahu, dura taa’aa OPDO Dr Abiyyi…
Guutuu Dubbisi » -

ðŒð¢ð¬ðžðžð§ð¬ð¨ð§ð§ð¢ ðŠð¨ð«ðžðž ð‡ðšð°ðšðšð¬ðš ðŒð®ð¬ð¥ð¢ð¦ðšðš, ð‹ðšð¦ð¦ð¢ð¢ð¥ðžðž ððšðšð§ð§ð¨ð¨ ð’ð¨ð¦ðšðšð¥ðžðž ð¢ð«ð«ðšðš ðð®ðªðªð¢ðŸðšð¦ðšð§ð¢ð¢ ð…ð¢ð§ðŸð¢ð§ð§ðžðž ðð®ð›ðšððšð§ ð™ð¢ð²ðšðšð«ðšð§.
ðŒð¢ð¬ðžðžð§ð¬ð¨ð§ð§ð¢ ðŠð¨ð«ðžðž ð‡ðšð°ðšðšð¬ðš ðŒð®ð¬ð¥ð¢ð¦ðšðš, ð‹ðšð¦ð¦ð¢ð¢ð¥ðžðž ððšðšð§ð§ð¨ð¨ ð’ð¨ð¦ðšðšð¥ðžðž ð¢ð«ð«ðšðš ðð®ðªðªð¢ðŸðšð¦ðšð§ð¢ð¢ ð…ð¢ð§ðŸð¢ð§ð§ðžðž ð€ð¬ð¡ðšð°ðšðš ðŒðžðžððšðš ðð®ð›ðšððšð§ ð™ð¢ð²ðšðšð«ðšð§. Ziyaaraa kanarratti Abbootaafii Haawwota 80 oliif…
Guutuu Dubbisi » -

Paartiin mormituu Keeniyaa NASA jedhamu, “Facebook” himachuuf akka karoorse beeksise
Paartiin mormituu Keeniyaa NASA jedhamu filannoo Prezdaantummaa biyyattii bara dabre gaggeeffame waliin walqabatee, dhaabbiilee “Facebook” fi “Cambridge Analytica” mana murtiitti…
Guutuu Dubbisi » -

Ameerikaan dipiloomaatota Raashiyaa 60 biyya isiitii ari’uuf murteessite
UK magaalaa Salisbury keessatti Suummaayuu basaastuu lammii Raashiyaatiin walqabatee, Briteen gocha kana mootummaan Raashiyaattu qindeesse jechuun himatte. Kanuma hordofuun Briteen…
Guutuu Dubbisi » -

Misaa’ela Baalastikii Yaman irraa gara magaalaa Riyaad dhukaafameen lubbuun nama tokko dabrite
Halkan edaa finciltoonni Huusii Misaa’ela Baalastikii Yaman irraa gara magaalota Sa’udii kan dhukaasan yoo tahu, humni ittisa qilleensa Sa’udii misaa’ela…
Guutuu Dubbisi » -

Miseensota Koree Furmaata barbaadduu hawaasa Muslimaa fi hidhamtoota Siyaasaa hidhaa irraa bahaniif afeerraan laaqanaa godhame
Sagantaan affeerraa laaqanaa kun paartii mormituu Samayaawii jedhamuun, “Gootota keenya galatoomfachuu” mata duree jedhuun kan qophaa’e tahuun beekameera. Affeerraa laaqanaa…
Guutuu Dubbisi » -

Gaazexeessaa Iskindir Naggaa dabalatee namoonni 11 waraana Mootummaatiin ukkaamfamuun dhagahame
Gaazexeessaa Iskindir Naggaa kan dhiheenya kana hidhaa irra hiikame dabalatee namoonni heddu poolisootaan ukkaafamanii kan hidhaman tahuu odeeyfannoon argame ni…
Guutuu Dubbisi » -

Dubartoonni Muslimaa magaalaa Shaashamannee lammiilee naannoo Soomalee irraa buqqifaman ziyaaran
Dubartoonni muslimaa magaalaa Shaashamannee guyyaa hardhaa lammiilee naannoo Soomalee irraa buqqifamun bulchiinsi magaalatti qubachiise, gargaarsa walitti qaban geessuun ziyaaran. Ziyaaraa…
Guutuu Dubbisi »










