Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Himannaan Dr Mararaa Guddinaa irratti baname addaan cituun beekame.
Dhaabni Biyyattii bulchaa jiru wal gahii dhiheenya kana geggeesseen hidhamtoota Siyaasaa lakkisuuf labsii baasuun ni yaadatama. Kanuuma hordofuun Abbaan Alangaa…
Guutuu Dubbisi » -

Sochiin daangaa Suudaan, Masriifi Eertiraa jiru haala yaaddessaa irra gahe.
Ministeerri haajaa alaa Suudaan Ibraahiim Ganduur ministeera haajaa alaa Itoophiyaa Dr Warqineh Gabayyahu waliin Alhada hara’aa Khartuum keessatti eega mar’atee…
Guutuu Dubbisi » -

Namichi Kaanaadatti hijaaba intalaa cire barbaadamutti jira.
Barattuu kutaa 6 kan taate Khawlah Nu’iman eega mana barnoota geesse booda Reportarootaaf ibsa kenniteen, Isiifi obboleessi isii gara mana…
Guutuu Dubbisi » -

Qaxar Emreetsiin Himatte.
Qaxar Dhaabbata mootummoota gamtoomaniitti mana marii nageenyaatiif himannaa dhiheessiteen, Xayyaarri waraana Emreets January 3/2018 hayyamaan malee naannawa qilleensa biyya isii…
Guutuu Dubbisi » -

Ustaazonni Keenya lammiilee naannoo Somaaleetii buqqifamanii Finfinnee qubatan Ziyaaran
Ustaazonnii keenya deggarsa kana kan godhan guyyaa 15 dura yoo tahu, deeggarsa kanaas ummata irraa walitti qabuun osoo hin taane…
Guutuu Dubbisi » -

Loltoonni Israa’el Falasxiinota Ajjeesan
Loltoonni Isra’eel Khamiisa har’aa Gaazaa fi West Bank keessatti Falasxiinota labsii Traamp mormaa turan irratti dhukaasuun, battalumatti namoota lama ajjeessuun,…
Guutuu Dubbisi » -

Qorannoon Dhaabbilee Dr. Zaakir irratti godhamu akka dhaabbatu ajajame
Hogganaan Abbaa Taayitaa to’annoo maallaqa seeraan alaa Indiyaa kan ta’e, Abbaan seeraa Manomohan Singh ajaja Kiibxata dabre baaseen, abbaan alangaa…
Guutuu Dubbisi » -

Ikuwadoor hundeessaa dhaabbata “WikiLeaks” jedhamuutiif lammummaa kennuu beeksifte
Ikuwaadoor Juuliyaan Assanjee hundeessaa weebsaayitii “WikiLeaks” jedhamutiif December 12/2017 lammummaa kennuu beeksifte. Juuliyaan Assanjee bara 2012 irraa eegalee magaalaa London…
Guutuu Dubbisi » -

Manni murtii Federaalaa Hooggantoota KFO Iirratti hidhaa addaa murteesse
Manni Murtii Federaalaa guyyaa har’aa hooggantoota KFO galmee Obbo Gurmeessaa Ayyaanoo jalatti himataman keessaa, Obbo Baqqalaa Garbaa,Obbo Dajanee Xaafaa,Obbo Addisuu…
Guutuu Dubbisi » -

Hooggantoonni Masrii fi Ertiraa Kaayiroo keessatti Mari’atan
Prezdaantiin Ertiraa Isayaas Afaworqii daaw’annaa guyyaa lamaatiif Kiibxata kaleessaa Kaayiroo kan seenuudhaan, Prezdaantii Masrii waliin haala naannawa galaana diimaatii fi…
Guutuu Dubbisi »










