Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
Prezdaantiin Turkiyaa, Magaalaan Al-Quds sarara diimaa tuqamuu hin qabne jechuun akeekkachiise
Doonaal Traamp magaalaan Al-Qudsi magaalaa guddoo Israa’eeliiti jechuun labsuuf qophaayaa jiraachuun isaa ni beekama. Biyyoota mormii cimaa dhageessisaa jiran keessaa…
Guutuu Dubbisi »-

Alii Abdallaah Saalih ajjeeffame
Prezdaantiin Yaman kan duraanii Ali Abdallaah Salah, haleellaa gareen Huusii mana jireenyaa isaa magaalaa Sana’aa keessatti argamu irratti raawwateen kan…
Guutuu Dubbisi » Ameerikaa Magaalaa Miniyaapolis keessatti Wiirtuun Islaamaa Tawfiiq Eebbifame.
Wiirtuun Hawaasa Oromoo Muslima Ameerikaa Kaabaa Kutaa Mineesotaa keessa jiraataniin ijaarame guyyaa kaleessaa kan eebbifame yoo tahu, Sagantaa eebbaa kana…
Guutuu Dubbisi »Bulchiinsi Falasxiin dhimmaa Al-Qudsi irraatti walgayiin ariifachiisaan akka waamamu gaafate.
Ministeerri haajaa alaa Falasxiin Riyaad Al-Malik, Dhaabbiileen Gamtaa Biyyoota Arabaa fi Gamtaan Biyyoota Islaamaa, dhimma Al-Qudsi irratti mari”achuuf walgahii hatattamaa…
Guutuu Dubbisi »Mootummaan Emireets odeeyfannoo gareen Huusii Misaa’ela gara Emireets dhukaase jechuun baase haale.
Odeeyfannoo gareen Huusii Misaa’ela gara Emireets dhukaasuu beeksise ilaalchisee, Waajjirri Abbaa taayitaa Ittisa Balaa Biyyoolessa Emireets ibsa guyyaa har’aa kenneen,…
Guutuu Dubbisi »Green Huusii Misaa’ela Baalistikii gara dhaabbata Humna Niiwkularii Emireets dhukaasuu beeksise
Gareen Huusii Misaa’ela Baalaastikii Yaman irraa, gara dhaabbata humna Niiwkularii Emireets magaalaa Abuu Daabii cinatti ijaaraa jirtuutti kan darbate tahuu…
Guutuu Dubbisi »Emireets, Muummicha Ministeera Masrii Kan Duraanii Gara Kaayiroo Darbite
Ahmad Shafiiq filannoo prezdaantummaa Masrii bara 2012 irratti kadhimamaa kan ture yoo tahu, Prezdaant Muhammad Mursiin eega hinjifatamee booda U.A.E…
Guutuu Dubbisi »Soora Qalbii December 2, 2017
RAADIYOO NUURALHUDAA Soora Qalbii Muslimaa ✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪ SOORA QALBII Sagantaa 277ffaa Decemebr 2, 2017 ✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪ ☑ Odeeyfannoo ☑ Siiraa Rasuulaa (SAW)…
Guutuu Dubbisi »Aanaa Gindhiir Ganda Gubarbaajaa keessatti dubartoonni barnoota Shari’aa hordofaa turan eebbifaman
Dubartoonni lakkoofsi isaanii 300 ol tahu kanneen barnoota Shari’aa hordofaa turan guyyaa har’aa haala hoo’aa taheen kan eebbifaman tahuu gabaasni…
Guutuu Dubbisi »

